id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
300
Haasa’uu hin danda’u waan taheef, yeroon maatii koo viidiyoon dubbisun isa argadha ture.
301
Shamarran Oromoo Karrayyuus kunoo akkasiin nutis guddina aadaa keenyaatiif dhaabannee jira jedhan.
302
Abokaatoonni Obbo Jawaar, Obbo Baqqalaafi kaan doorsifamaa jirra jedhan Ijaarsi warshaa cuunfaa maangoofi timaatimaa Naqamtee maaliirra jira?
303
Pirezedaantota yuunivarsiitilee Oromiyaa keessaa dhufanii dhimma Oromoo miidhu balaaleffataniifi kan habashota gammachiisuuf dubbatan adda baasuun saaxilaa deemuunis dirqama.
304
Al tokkoon waa hundi yoo diigame (Poolisii Oromiyaa hanga waajjira faayinaansiitti) debisanii ijaaruun ulfataa fi yeroo gaafataadha.
305
Foddaawwan waan cufamaniif haalli qilleensi itti seenuu malu ni xiqqaata.
306
Taphoota FA Cup kana irratti hundi hinmoo’anne, hundis qabxii gahaa hinarganne.
307
Abdi waldhabbii fi walitti bu`ins waanuma jiru, kuni garuu iddoo bu`aa guddaa buusuu dandeessu irraa si hin bqachiisu.
308
Kunis uummata bitaa jiru irratti humna aangoo akka kennuuf kan tilmaame dha .
309
Goodayyaa suuraa Siitiin adda addummaa qabxii 15'n liigicha dursaa jira
310
Odeessa kana irratti dabalata Buufanni Hawaa Chaayinaa Tiyaangong-1 jedhamtu Kibba Paasifikitti buute2 Ebla 2018 Bakka balaliituun hawaa itti of gatan14 Bitooteessa 2018 Rookkeettii Paarkar Soolaar Piroob: Naasaan rokkeettii gara aduutti furguggise13 Hagayya 2018 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 6 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 7 dura Maaltu haasa'ama?
311
Naan Inní hojjechuuf deemu salphati Hin tilmamuu.
312
Sababnisaa lafti Orommiyaa lafa dhiigaan aguugamteedha.
313
Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Gurraandhala 1, 2016 – Kutaa 2ffaa Jaal Diiramuu Cabsaa
314
Hundi isaanii homaa hin taane, lubbuunis jiru turan.
315
Dhiphinaa nu baasee cubbuu keenya ni dhiisaa
316
Sagaleen dubartii dhaanamte bakka dhaga’ametti, mallattoo wal waamichaa kan ta’e sagalee ililfannaa, “ililii,ililii,ililii…” jedhu wal dhageessisanii walii qaqqabu.
317
Mootummaan abbaa-Irree Itoophiya gaaffii haqaa kan ummanni Oromoo karaa nagayaa fi seera-qabeessaan woggoota sadan dabraniif wareegama qaqqaalii itti baasuun gaafachaa turee fi itti jiru karaa qajeelaan deebisuu mannaa, Labsa Yeroo Muddamaa (LYM) irratti jigsee ilmaan sabaa ajjeechaa fi hidhaan alaakaa jira.
318
Lola kana irraatti waraanni Dargii funduraatti osoo hinbane, Oromoota marsaa funduura irraatti hirirsudhaan ofi duuba ta'ani namoota heedduu ficcisisaniiru.
319
Sababii hannaafis ta'e yakkaa itti himu qabda.
320
Wixineen Waayit Howuusii bahe kun waantawwan lama yeroo baay'ee Pireezidaant Donaald Tiraampiin qeeqaman dabalataan gara xumuraatti fidu barbaada.
321
Kun rakkoo magaalaa keessa hanga tokko furuu danda’ee jira.
322
Kanaaf iyyuu yoo aariin ati Oromoo tokkotti qabdu bayyee guddaa ta’e, isa balleessuuf jettee diinatti akka hin kennine.
323
Ummata Oromootiif dhageettii guddaa, seenaa biyya kanaatiifis waan gaarii uuma jedheen ilaala.
324
Fulbaana 21/2017 Uummata nagaafi jaalalaan baroota dheeraadhaaf waliin jiraataa tureefi kabaja waliif qabaataa tiksee wal jiraachisaa kan ture, mootummaan wayyaanee uummanni kun nagaan akka waliin hin jiraanne shira gurguddaa xaxuudhaan dantaa siyaasaashee geggeeffachuuf hojii erga eegaltee bubbuleera.
325
Ar'a kanneen kaleessa akka hooggan biyyoolessaatti ilaallu gosa gadi bu'anii hooggana gandaa tahanii jiru.
326
FBC - Fiigichi guyya guyyaa carraa sa’aatii 7 dabalataa jiraachuu ni-uuma: qorattoota
327
Kabajaa mirga bineensotaaf jettee bofa si’idduuf jiru ufitti hindhiistu.
328
Adaamaan dorgommii bara kanaa sadarkaa 5ffaan xumureera.
329
Warshaan biiraa Harar bishaan Haramaayaan biiraa omishee gurgurata, yunivarsiitiin Haramaayaas bishaanuma kanatti fayyadama.
330
Odeessa kana irratti dabalata Nageellee Arsiitti adurreen yaala baqaqsanii wal'aanuun dhalte5 Muddee 2019 Bineensota bosonaa: Itoophiyaatti namoonni maaliif qocaa adamsu?
331
''Sadarkaan barnootaa isaaniis kan ilaalame waan taheef, amaanaa uummataa galmaan ni gahu,'' jedha.
332
Ijuma namni ilaaluun ijuma lamaan ilaala mootummaa kana.
333
''Sudaan keessatti seerawwan mirgoota namoommaa sarban hunda ni haqna,'' jedhaniiru Ministirri Haqaa Naasraddiin Abduulbaarii.
334
Abiyyi Amhad kanalletti hinaaftee waan of gootu wallaaltee jirti Woyyaaneen.
335
Kanniin madaayanii iyyaa turani irrattis hanga afaan wolitti qabtanitti itti dhukaasaa turan.
336
Ji'a darbe, gaazexaan guyyaa guyyaan maxxanfamu El Pais jedhamu akka gabaasetti, saayintistoonni Ispeen laaboraatoorii Chaayinaa keessatti micireewwan makaa namaafi qamalee uumuu dubbatu.
337
Kana Cabsuuf ABO’n obsaf kutannoodhaan Bahaa hanga Lixaa, Kaabaa hanga Kibbaatti hojii siyyaasa barsiisuuf Oromoo Oromummaa barsiisuu irratti wareefama isarra jiru mara kaffalaa yoona gaheera.
338
Seerri idilee tumaalee kanniiniin kan wal hinfaallessine (consistent) yoo ta’e; falmii seeraa irratti raawwatiinsa kan qabu tumaalee seera idileeti malee tumaalee heeraatii miti.
339
MM Abiy mormii ummanni Oromoo taasiseen booda, Bitootessa 2018 gara angootti dhufani.
340
Akkasumas, Rabbiin Tokkicha fakkaataa hin qabne waan ta’eef.
341
Obbo Getaachoon “Ayyaani kuni ayyaana jaalaa fi araaraati!
342
Akkasuma gareen Waldaan Fannoo Diimaa Maqalee hospitaalichi boba'aa jenereteroota isaa ittiin sochoosu akka argatuuf hojjechaa jiru.
343
Garuu kan bahuu hin oolle birmadummaa gatiin hin argamne biqilchaa du’uun salphina dhuma hin qabne keessa jiraachuu irra maqaa qaba.
344
Qabsaawaan ni kufa, Qabsoon Hin Kufu!
345
Kanaaf, qawwee saanii ilmaan Oromoo irraa gara Wayaanee isa biyya keenya booji’ee ummata keenya lafee qorqaa jiruutti akka naanneessan isaan gaafanna.
346
Halagaan bultii ijaarratanii, seera kabajaa Oromiyaa keessa jiratan Oromoon akka Oromiyootaatt ilaaluunii.
347
Jaale Daawud Ibsaa Ayyaanaaf (Hogganaa ABO-SG) Bakka jirtutti nagaan kiyya kabajaa fi jaallumaa durii siif haa tahu!
348
Jiraattonni gara qe'ee isaaniitti deebi'aa jiranis rakkoon isaan mudataa jira.
349
"Namoonni warraa kaaniif jecha tarkaanfiiwwan ittisaa akka hordofan gaafachuun barbaada," jette.
350
29 Bitooteessa 2020 Erga Afriikaa Kibbaatti sirni Appaartaayidiin kufeen booda, dargaggoonni saba biraa waliin hiriyyummaa jaalalaa uummachuun ni danda'u ture.
351
Kanaafuu akkaataa labsii yeroo muddamaa ajajuun qindoominaan hojjechuun dafnee fala furmaataa tokko kennuuf hojjechaa jirra" jedhu.
352
MM Abiy Ahimad dhimmoota hedduu irratti yaada kan kennan wayita ta'u gaaffilee gaafatamanii osoo deebii hin kenniin hafanis jiru.
353
Sana akka balaliitu gochuun hawwaa fi dharraan Oromummaa fi bilisummaa akka hin dhaamne gochuu dha.
354
Adeemsi akkasii kunis dhiheessiitiin waan hir'atuufuu gatiin akka ol ka'u dubbatu oggeessi diinadgee Obbo Saamu'eel Saahiilee.
355
Guyyuma kana akkuma guyyoota kaanii hiriyyoota isaa wojjin utuu mana barumsaa inni barsiisuu galaa jiruu konkolaataan lakkoofsa gabatee ishee 3-F taate dingata dhuuftee fundura isaa dhaabbate.
356
Rakkoon kun qaama saala dubartii fi Gadameessa miidha.
357
Arraba Kee Eeguf- Kutaa 1ffaa - Ibsaa Jireenyaa
358
Suuraa gootota Barattoota Oromoo FDG irratti wareegamanii kan Jaagamaa faa fi gootota ilmaan Oromoo J.
359
Dhaha jechuun faana buutuu Gadaa Oromoo jechuudha.
360
Har’a mootummaan Wayyaanee muddamsuu guddaa keessa jira.
361
Amma yeroo xalayaa kana barreessaa jiru, halkan keessa saatii sagal.
362
Dhimma falmii hariiroo hawaasaa fi yakkaa ilaalchisee qaama dhimma ilaallatu keessatti akkaataa seeraatiin raawwatamuu fi faayidaa fi mirgi dubartootaa fi daaimmanii kabajamuu isaa ni hordofa; haala raawwii isaa qaama dhimmi ilaalutti ni dhiyeessa;
363
Madda jiran kanatti dhimma bahuudhaan seenaa haqaa barreeysuuf, maddi amansiisaan himamsa afaanif aadaa Oromoti taha.
364
Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjatan hundaa keessa beekadha.
365
Qorannoo biraa bara 2018 gadhiifameen, qorattoonni caccabaa lafee umuriin isaa waggoota 50,000 ta'e Raashiyaarraa akka ta'e himamu lafee durbaa gariin Denisovan gariin ammoo Neanderthal ta'uu argataniiru.
366
Kitaabni Qulqulluun kan Ibrootaa :, "Dubbiin Waaqayyoo saffisaa fi humna qabeessa;
367
guyyaa 18 08 2009 Pireezidaantoonni naannoolee lamaani fi qooda fudhattoonni kan irratti hirmaatan, daawwadha yaada fi qeeqa keessaan gumachuurraa of
368
Imam Sawriin(Rabbiin rahmata isaa haa godhu) Ibni Abi Zaa’ibin akkana jedhe:”Yoo Rabbiin sodaatte Inni siif gahaadha,namoota hin barbaaddu.
369
Oromoon gahumsaafi bilchina sammuu cimaa qabu osoo jiruu aangootti butamuu dhabuunsaa ilaalchi dogogoraan hidda gadifageeffate kan ture ta’us, oolee bulee har’a dho'uu dandaheera jedhu.
370
Ittuma marsanii rasaasaan iddoo tokkotti kuffisanii ajjeesan.
371
Galanni ilmaan Oromoo warra akkasitti Afaan sarara irraa godhanii guddoo dha.
372
Gosa KHG irratti hundaa'ee, yeroo baayyee KHG tokko keessa rejisterii lamaa hanga dhibbaatu jira.
373
Warri amma marii kana gaggeessitan hundi hooggana ABO turtan.
374
Biiroo Qonnaa Oromiyaa Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Lakk.
375
Hidhamtoota qoricha furmaata yeroon wallaanaman Itti fufanii yaalamuuf ammoo humni isaanii hin hayyamu jedha dargaggoo Dajaneen.
376
Garuu didhaalee sana mara irra aanee dhawaatumaan jabaataa yoona gahe.
377
Ishee duraa sanas inuman faana haasawa.
378
Namoota tokko tokkotu jiru; ‘chartera’kan jedhu kun akkasumatti sammuu isaanii kessatti uumamee ‘charteriin’ biraa tolfama kan jedhan hinjiruu jechaa dha.
379
Yoo qunnaamtii saalaa raawwannu guyyaa carraan ulfaa’uu baay’ee olka’aa ta’e adda baasnee beeekuuu ( Guyyaa marsaan laguu itti dhangala’uu eegale irraa kaasee guyyaa guyyaa 9ffaa haga 19ffatti.
380
Sanyiidhuma Oromoo lama gidduutti iyyuu gumaa nyaachuun dhorkaadha.
381
Guyyoota darbaniif ammoo namoonni seeraan alaa miira dargaggoo kakaasuun Shaashamannee fi Lixa Harargee Aanaa Buukeetti lubbuun namootaa akka darbu sababa ta’aniiru jedhan.
382
Gocha gootummaa kanatu Bilisee gatii akka kaffaltu taasise.
383
Miseensota jila kanaa keessaa Aalimni keenyaa jalatamaa fi Kabajamaa Dr Jeeyilaan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Ustaaz Kamil Shamsuu, Daa’ii Qamar Huseen dabalatee ula’maa’onni heddu kan argaman tahuu gabaasin arganne ni mul’isa.
384
Reeffi namoota Konkolaataa keessa turanii eenyummaa isaanii adda baafatuu kan hin danda’amin tahuus beekameera.
385
Sababa sagantichaatiin duullis ta'e himanni dhufu hundi gara dhaabbatichaa osoo hin taane isheerratti kan fuullefate ta'uunis sababa biraa ta'uu eerti.
386
Tajaajila Oddeffannoo fi Babal’inaa Gabaa irratti hojachuun Hammayessu.
387
Next articleBilisummaa bira gayuuf Oromoon Bulchiinsa Lammaa Magarsaa Akka Riqichaatti itti fayyadamuu qaba
388
Dabalees bifa mormii siyaasaa qabateen hawaasicha sossoosuu danda’uun akka hawaasichi dhaabbata bilisa tahe kan mataa isaa ummatu dandeessisa.
389
← Oromia: Guyyaa Gootota Oromoo kan Bara 2016 Ilalachisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
390
Sundaar Pichaayi haala deemsa keetiin walqabatee mudateef dhiifama gaafataniiru.
391
Imaltoota (turistoota) impaayerittii isaanii seenan maratti, hoteelota urjiiwwan shanii keessatti akkuma aadaa Oromootti damfisuun: jabanaa marga coqorsaatiin marsanii, shaarfaa bunaa kan garbu irraa akaawame faa dhiyeessanii ittiin daldalachaa jiru.
392
Moototi sanaa asii kolonii dha kan jedhu irraa baqatan malee qabee kolonii jechisiisu jijjiiruu hin feene.
393
Ijoolleen kun ciree nyaatanii laaqan akka bela'an kan hin beeknedha.
394
OROMIYAAN WANOFITIAB… on SEENAA GOOTICHA Jaal Jaarraa A…
395
Siyaasi QBO bara cee`umsaa kun siyaasa bara motoota laga Gibee shananiin walifakkaata.
396
Galatoom lammii koo itti nuufufi sirba heddu bareedudha.
397
Waan uumameef hamma yoonaati maa’ii baasee jira.
398
Kan aadaa Amaaraa hin maxxanfanne fi kan seenaa Amaaraa hin leellifnes, akka amba…
399
Hoggana yaada dhagahu osoo hin taane daranuu badiitti deemu ta'uu waanin mirkaneeffadheefin dhiisee biraa deeme.