label
stringclasses 4
values | text
stringlengths 2
4.21k
| language
stringclasses 2
values |
---|---|---|
1 | amaarri nama furdaa nama guddaa namummaa qabu tokkkos hin qabnaanne mirkaneesse | orm |
1 | amaara saba jedhamu wajjiin itoophiyaawwii jedhamanii yaamamuun nama jibbisiisa | orm |
1 | lammummaas ta'ee namummaa dhimma dhabaachuu ummata amaaraa haalaan hubatan nama taasisu | orm |
1 | uummanni gumuz sagalee dhabeessav cunqurfamaa hacuucamaadha | orm |
1 | itoophiyatti saba amaaraa jedhamuuf kabajni dachaan laatamee jiraachuu eeyyamni ajjeechaa qabaachuu hubatta | orm |
1 | balaac badii gumuziin irratti amaarri raawwatte addunyaa miti angaayootni mootummaas hin dhageenye | orm |
1 | oromoon jarattii amaaraa tanatti garaa jabaachutuu bilisa baasa | orm |
0 | dhiigaa dafqi ilmaan gammoojjitti cophu abadan oromoon hin cabu | orm |
0 | oromoon kannisa girrisa miti | orm |
0 | oromoon sodaatamaa mirga abbaa gonfata | orm |
0 | oromoon biyya tanatti tahe bineensi bosonaas hin jedhe jawaar muhaammad | orm |
0 | ulaagaan oromummaa ganda miti lagaas miti amantaas miti oromoo qofa | orm |
0 | oromoon waliin dhabe qaba irraatti wal dhabe hin qabu | orm |
0 | dallaan kamuu gaddisa oromummaa ittisee aduu saafaa hin rukkkuchisu | orm |
0 | oromoon dallaa amantaa gandaan ijaaran cabse hunda mo'ataadha | orm |
0 | oromoon gurmaa mo'a | orm |
1 | oromoon sadarkaa akkaa sangatti camadani lafaan qotan gayee jira salphinna | orm |
0 | biyya kanatti amaarri amaaraa hin ajjeestu hin qaltu | orm |
0 | tigreen tigree hin ajjeestu hin qaltu | orm |
0 | somaaleen somaalee hin ajjeestu hin qaltu | orm |
1 | gabaabumatti diqaalaan oromoo bakka biraa hin jiru | orm |
1 | tplf amaarri oromoon biyya diiga turan isaanumatu biyya diigaa jira | orm |
0 | oromoon takkaa biyyaa diigee hin beeku | orm |
0 | fuldurri itiyoophiyaa murtaa'uu qabu abiyyi saba amaaraa qofaan hin saba sablammoota biyyatti guutuudhani | orm |
1 | oromoon gaafa du'uu namuu hin dubbatu gaafa amaarri du'ee kirstaanni qalame jedhanii uu'uu jedhu | orm |
1 | oromoon ortodoksii yuuniversitii amaaraa bofatti mataa reebamanii ajjeeffaman suni | orm |
1 | har oromoo ortodoksii hoolatti qalamaa oolu kuni | orm |
1 | oftuulummaan amaaraa qilleensaa itiyoophiyaa summeessuu fuffeera | orm |
1 | oftuulummaan amaaraa qilleensa itiyoophiyaa summeessee saba sabalammoota waadduu akkkuma fufetti jira | orm |
1 | tigreenis dhuunfaa oromootti fayyadamti | orm |
1 | tigreen diina obbolaa keenyaa miti naafxanyaa tigreenis garaa garummaa hin qaban | orm |
1 | amaaraa tigreen nuf diina oromootii | orm |
1 | amaarri uummata oromoo muka ciran kanatti harkaa harma ciraa turan | orm |
0 | oromoos amaarri sanyiin minilik lafarraa fixuu hin dandeenye | orm |
0 | sanyiin uummata oromoo dabalaatuma deema | orm |
1 | nafxanyaa waaqa dhabama godhu | orm |
1 | waaqai balleessu nafxanyaa | orm |
1 | nafxanyaa waaqai balaa buusuu | orm |
1 | sirna fedaraalaa amaarri cabsuuf foolatu | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla kitaabni oromoofi finfinnee jedhu darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame harra eebbifame | orm |
0 | kitaabni darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame seenaa gootota oromoo dhugaa oromoon finfinneerraa qabu qabatedha | orm |
0 | kitaabni finfinnee oromoo jedhu qabsoo bilisummaa aarsaa oromoon baase eeraas jedhame | orm |
0 | barreesaan kitaabichaa darajjee bahaaruu margaa seenaan uummata oromoo dabee barreeffamaa tureef qajeelchuufan kitaaba barreesse jedheera | orm |
0 | darajjeen hayyoonni oromoo seenaa oromoo barreessuurratti jabaatan waamicha dhiyeesseera | orm |
0 | kitaabni oromoo finfinnee jedhu fuula qabu seenaa dabaa waayee oromoo finfinneerratti barreeffamaa ture qajeelchuuf kaayyefatedha jedhame | orm |
0 | dhaadannoowwan arrabsoo tuffiin guyyaa kaleessaa hiriira amaaraatti gaggeeffame waliin jireenya ummattoota itiyoophiyaa irratti dhiibbaa guddaa qabaatuuf luugami godhamuu qabu jiraattoti godina gujii lixaa tokkko tokkko gaafatan | orm |
0 | oromummaan bu'uura hin buqqaane dhiigaa lafee oromoota qaqqaalii goototaan ijaarameef wacni kamiyyuu hin laaffisu | orm |
0 | oromoon akkkuma aadaa dubbii galte ilaameen hubachuun falachuu qabus dhaaman | orm |
0 | itiyoophiyaa oromoo sablammoota hundaaf mijattuu taate uumuuf oromoon tumsa gochaa ture fufsiisuurraa duubatti hin deebi'u | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa'es eebbifamaa jira | orm |
0 | kitaabnii taaboor waamiin seenaa oromooratti baldhinaan xiyyeffatuufi siyaasaafi diinagdeen gaheen oromoon ijaarsa biyyaa qabu ibse ta'uu barressaan kitaabichaa taaboor waamiin himaniiru | orm |
0 | dhaloonnii haaraan seenaa sirritti adda baasee hubachuuf dubbisuu qaba | orm |
0 | mariin 'ijaarsa biyyaa adeemsa mootummaa dimokiraatessuu itiyoophiyaatti gahee oromoo' jedhu irratti xiyyeeffate finfinneetti taa'amaa jiru akkkuma fufetti jira | orm |
0 | oromoon ijaarsaaf daboo wal waaammata diiguufis miti | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla ummata oromoo duudhaa qabuun sabaaf sablammoota ofitti hammate jiraatu ijaarama itiyoophoyaa qooda olaanaa qabu xureessuun hiriira amaaraatti gaggeeffame balaaleeffatan ta'uu jiraattoonni magaalaa sabbataa ibsan | orm |
0 | ummanni oromoo hammataa ta'ee sabaa sabalamoota waliin jiraachaa jiru hiriira amaaraatti finxaaleeyyiidhaan qophaa'e irratti dhaadannoowwan ummata oromoo gadi qabaman dhagahaamuun mufachise ta'uu ibsan | orm |
0 | yerootti addunyaa tokkko ta'aa jirutti abo shanee duudhaa aadaa waliin jireenyaa oromoon baroota dheeraaf qabu dhiisuun qoqqodinsi oromoo saba biraa gidduutti uumamu gochaa jiruuf dammaqinaan irratti qabsaa'uu qabna jedhan gaafatamaa waajira karooraa misooma diinagdee godina horroo guduruu wallaggaa obbo rattaa tafarraati | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork rakkkoo gabaasuu qofa hin rakkkoo ummataa furuufis aadaa buusaa gonofaa oromoon qabu hojiidhaan mul'isuun dhiyeenya lammiilee sababa garaa garaatiin qe'ee qabeenyasaaniirraa buqqa'an baasii birrii miiliyoona baasuun deeggarsa kenneera | orm |
0 | biyya itiyophiyaa ijaare ummata oromoo ta'ee jiruu oftuultoonni sirna bittaa ummata guddaa keessummaa godhuuf yaaliin taasisan sirri miti | orm |
0 | oromoon akkkuma kaleessa biyya ijaaree | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork oromoon daldaluun hin danda'amu oromoo ceesisuuf tokkkumaatu barbaachisa jedhan dooctarabiyyi ahmad | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork hiriirri leellistoota nafxanyaan amaaraatti yaamame aggaammii biyya diiguuti jedhan hayyoonni yuunivarsiitii bulee horaa | orm |
0 | oromoon burjaajjii didiqqoo dhiisee akkkuma kaleessaa biyya jabduu ijaaruu qofa irratti hojjachuun tokkkummaa cimsuu qabu | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork dargaggoonni godina iluu abbaa boor injifannoo qabsoo wareegama lubbu qeerroo qarree oromoon waggoota sadiin argame hundaan tikfachuun sadarkaa ittaanuttii ceesissuuf gahee baana jedhan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork mudde itiyoophiyaa siyaasaan ceesisuuf oromoon aadaa marii waldhageettii ganamaatti deebi'uu qaba jedhame | orm |
0 | oromoon laafaa jabeessuun jabaa qabatee deemuu qaba jedhan obbo diqqaa baarentuu noorway | orm |
0 | oromoon jarjaraa gula fiiguu hin qabnes dhaamaniiru | orm |
0 | oromoof qabsoofna duudhaa faallessu hojjechuun sirrii hin dubbataniiru | orm |
0 | wal abaaruu oromummaa wal mulquun aangoon argamu hin jirru | orm |
0 | miseensi abo shanee sakatta'iinsa to'atame yaada kenneen oromoon ofiin walitti galtee wal ajjeesuun aadmale jedha | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork sirni federaalizimii itiyoophiyaa oromoon qooda guddaa qaba | orm |
0 | oromoon aadaa wal danda uufi waliin jireenyaa qabuun wanta qabu waliin qooddachuun jiraachuun beekama | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork dokumantiin maastar pilaanii finfinnee bifa haaraan hojiirra ooluufi jedhamuun miidiyaa hawaasaa naanna jiru bara ti qabsoo oromoon awwalame komishiniin pilaanii magaalaa finfinnee beeksise | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork irreechi araara waaqarraa barbaadamuu galata uumaaf galchan taheef oromoon wal dhabdee wal shakkkii qabu kamuu furachuun irreecha baranaa irratti hirmaachuu qabu abbootiin gadaa abbootiin amantaa jaarsoliin biyyaa dhaaman | orm |
0 | godina magaalaa asallaatti amantaatiin wal shakkkii oromoo sikkkoo mandoo maccaa tuulamaatti bara tti shira xaxxootaatiin uumamee ture akkaataa sirna gadaatiin araarri bu'eera | orm |
0 | bulchiinsa magaalaa asallaatti bara amantaa dawoo godhachuun namootni tokkkummaa oromoo hin feene shira xaxaniin hokkkarri kahu tahuun lubbuun namaa qabeenyi baduun yaadatama | orm |
0 | oromoon saba guddaa | orm |
0 | oromoon sabboonummaa halkanii guyyaa hojjetee mul'isuu qaba pireezidaantii aanaa mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa | orm |
0 | oromoon tokkkummaa biyyaa ijaaruu gaheen qabu olaanaa ta'uu ibsan obbo musxafaan jiraattoonni aanichaa magaaluchaa sabaa sablammoota waliin jiraatan wajjiin jaalalaan jiraachuun | orm |
0 | paartii badhaadhinaa cinaa dhaabbachuun gahee oromoon ijaarsa biyyaa qabu dhugoomsun qooda eeggamu bahachuu qabdus dhaaman | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ado injifannoo qabsoo ummata oromoon argame riiformii eegalame cimsanii fufisisuuf kutannoon hojjechuu gaafata jedhame | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork dhaabbileen oromoon gurmaa'an biyyatti deebi'an dhaamame | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork sirna gadaa oromoon ittiin walbulchaa turan keessaa daballeen duraati jedhame | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork irreechi hora finfinnee gaarii oromoon qabu mullisu waldaan dubartoota oromoo kutaa magaalaa qirqos kutannoon hojjenna jedhan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ado manneen barnootaa magaalaa finfinnee hundatti barnoonni afaan oromoon kennamuufi | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork injifaannoon siyaasaa uummata oromoon argame nageenya oromiyaa biyyattiitti dhuffeef bu'uura | orm |
0 | ayyaanni irreechaa dhugumaan ayyaana galateeffannaa jaalalaa nageenyaa araaraafi dhiifamaa tahuusaa oromoon agarsiiseera | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork fulbaana ummata oromoo maraan baga irreecha bara n nagayaan geessan jedhan yaa'iin caffee oromiyaa aadde loomii badhoo | orm |
0 | irreechi agarsiiftuu eenyummaafi duudhaa oromoo ganamaati madda jaalalaa waliin jireenya ummattootaafi sirna galateeffannaa uumaatis jedhan | orm |
0 | oromoon malkaatti bahee uumaa wayita galateeffatu uumama waaqaan badhaase marga jiidhaafi keelloo daraaree boru firii godhatuun birraa barii malkaatti bobba irreeffata | orm |
0 | oromoonni waggoota dheeraan malkaawwan dhiyoo jiranitti akkaataa walitti dhiyeenya irreeffachaa turan seenaatu ragaa bahas jedhan aadde loomiin | orm |
0 | injifannoon oromoon dhawataan galmeessaa dhufe dhaabbate hin qabsoo hadhaawaa ummanni tokkkummaan taasiseen oromoon ganamaa dhiibametti deebi n handhuura oromiyaafi teessoo mootummaa taate hora finfinneetti saboota sablammootaafi ummattoota obbolaa waliin xiiqiin bahee irreeffachuun injifannoo dabalataa galmeessuun yaadannoo tokkkooti | orm |
0 | oromoonis irreecha irreechis oromoo hin miidhagu | orm |
0 | irreechi oromoof guyyaa galataa qofa hin waltajjii eenyummaan aadaan seenaafi duudhaaleen oromoon qabu leellifamuufi addunyaatti gurguramudhas | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork mud uummanni oromoo bilisummaa argateen fayyadamummaa diinagdeen gahoomsuu qaba jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahmad | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork adooleessa ummanni oromoo miseensonni caffee dhimmi beekuu qaban gaaffiin oromoon gaafachaa ture tokkkollee hin deebi'iin hafu hin jiru | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork fulbaana irreechi baranaa akkaataa murtii abbotii gadaa oromoon qofa kabajamuu qabu walitti qabaan gamtaa abbootii gadaa oromoo abbaan gadaa gujii jiloo maandhoo hayyuun yaa dhallanaa bokkkoo gannaalee dhaaman | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork onk oromoon jedhu hundaaf sababa qaba haqaan deemufis milkaa'a mee yaada pirezedaantiin aanaa mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa ji'oota muraasaan dubbatan caqasaa | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork oromoon bakkaa malu argatuuf waldhageeffachuun eeggama jedhan pireezidaantii mootummaa oromiyaa obbo lammaa magarsaa | orm |
0 | afaan oromoo barsiisuun oromiyaarra darbee naannolee birootti eegalame hoogganaan biiroo barnootaa oromiyaa dooctar tolaa bariisoo himaniiru | orm |