label
stringclasses 4
values | text
stringlengths 2
4.21k
| language
stringclasses 2
values |
---|---|---|
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork muddee oromoon ona majeeffate keessaa godaanee ona ufiin abuuratetti qubatu wal jalaa hin hafu jedhan maanguddootni booranaa | orm |
0 | sabbonumman oromoo oromoon kakkaachuu miti hadhaa oromoo gaddadoo jiraattu abdii horuudha | orm |
0 | sabbonummaan gochaa uummata burjajjessu miti carraa eeggachuu miti carraa jiru hundatti fayyadamun uummataf hojjechudha | orm |
0 | oromummaan biraa firoomsuun ofitti qabuudha biraaf gaaddiisa uudha warreen diinaa nageenya keessaa baasuun nageenya qaamoolee nageenya waliin mirkaneessu danda qaba jedhan pireezidaant shimallis abdiisaa | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo ofiin bulchaa jiru sirni durii deebi jira burjaajii uumuun gonkumaa fudhatama hin qabne jiraataa ameerikaa obbo roobaa ahimad himan | orm |
0 | oromoon ijoolleesaan hoogganamaa | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo amaarri wal lolee hin beeku waliin jiraachaa ture jedhan abbootiin amantaa marii nageenyaarratti hirmaatan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork obbolummaan amaaraa oromoo siyaasa shiraatiin hin diigamu | orm |
0 | rakkkoo nageenyaa amaaraa godina addaa oromootti mudateen miidhaa ukfaataan lubbuu qabeenya lammiilee nagayaa gahuu hubannee jirra | orm |
0 | ummanni amaaraa ummanni oromoo obboleeyyan bara rakkkoo baldhinaa ta'uu paartiin badhaadhinaa oromiyaa hubata | orm |
0 | amaaraa godina addaa oromoo haleellaan hidhattoonni naannichaa saba oromoo irratti raawwataniin lammiileen nagayaa danuun ajjeefaman qabeenyi guddaanis saamichaa gubataaf saaxilameera | orm |
0 | hidhattoonni mootummaa amaaraa lammiilee meeshaa maleeyyii ajjeesuun jaarsota araara lallaban ajjeesuun manneen jiraattotaa gubanii dubartii daa'imman balaaf saaxiluu madoo yaalaaf deeman ajjeesuun yakka waraanaa ummata oromoo walloo irratti raawwataniiru | orm |
0 | kabajamaa ummata oromoo daandiin har dhufne qoreedhaan guutame us qormaanni dhiyoo asitti keessummeessaa jirru hedduu wal xaxaa hammaataa | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla oromummaa balleessuun aduu afuufanii dhaamsuuf yaaluudha jedhame | orm |
0 | oromummaa diiguu itiyoophiyaa diiguu ta'edha abbootiin gadaa ibsan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ebla bultii waltajjii marii ummata oromoo amaaraa | orm |
0 | waltajjii marii ummata oromoo amaaraa guyyaa booruu godina shawaa lixaa maagaalaa ambootti geggeeffamu irratti hirmaachuuf jiilli pireezidaantii mootummaa amaaraa dr ambaachaw mokonniniin durfamu magaalaa amboo seenu simannaan ho'aa taasifameeraaf | orm |
0 | marii obbolummaa ummata oromoo ummata affaar adaamatti gaggeffamaa jiruurratti argamaan pireezidaantii aanaan mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa hariiroon ummata oromoo affaar waggoota dheeraaf turee baayyee waliin qooddatan ta'uu himaniiru | orm |
0 | ummanni oromoo affaar ummata gammachuu gaddaa tokkkuumman waliin jiraata ture jedhan obbo shimallis waaggoottan kurnaan darbaaniif ummata jaalalaa tokkkummaan jiraacha ture ta'uu himan | orm |
0 | affaar nagaa hin itiyoophiyaan nagaa hin danda ta'eef nagaa tasgabbii naannichaaf waliin hojjechuu qabna jedhan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork aktiivistoonnii ogeeyyiin miidiyaa oromoo amaaraa marii taasisaniin ibsa ejjennoo abbaa qabxii kudhanii baafachuun nageenya biyyaarratti waliin hojjechuuf waliigalan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork waliin jireenya uummata amaaraa oromoo cimsuuf waldhabdee jiru mariin hiikuun murteessaadha jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahimad | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork tokkkummaa uummata oromoo amaaraa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame | orm |
0 | baroota hedduuf obbolummaafi tokkkummaa ummatoota oromoo amaaraa fuffee jiru cimsuudhaan badhaadhina itiyoophiyaa milkeessuuf wal tumsuun hojjeetamu pireezedaantiin mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaa ibsan | orm |
0 | walitti dhuffeenyi oromoo amaaraa seenaa dheeraa qabuu haala kamiinu ummatoota addaan bahuu hin dandeenyeedha | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork paartileen ummata oromoo amaaraan gurmaa'anii socho waliin hojjechuuf walii galan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork ummanni oromoo abbaan injifannoo kaleessaa injifannoo haaraa galmeessuuf fuula keenyaa tokkkummaan nagaa diinagdeetti fuuleffachuu qabna jedhan ministirri muummee dooctar abiyyi ahmad | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork uummanni oromoo amaaraa wal hin lollee shira siyaasaa miidiyaatuu uummata jeeqaa jira jedhan hirmaatoonni konfaransii nageenyaa uummata oromoo amaaraa fnfinneetti aame irratti hirmaatan | orm |
0 | oromiyaa broodkaastingi neetwoork onk hawaasni oromoo biyya alaa jiraatan iddoo seenaa harmaa harka muraa aanolee daawwatan | orm |
0 | oromoonni kunneen iddoo seenaa sirni miniliik oromoo harmaa harka mure daawwachuun seenaa suukkkaneessaa afaanii barreeffamaan dhagahaa turan qaamaan arguun seenaan fokkkisaan akkasii lammata ummata oromootti hindeebineef hojjannuu addunyaattis himnuuf gargaara jedhan | orm |
0 | finfinnee bitootessa faanaa broodkaastingi korporeet dimokraasii dhugoomsuuf qabsoofnef daangaa seeraa namuu yaada bilisaan ibsachuun sirriidha jedhe oromoo demokraatiik paartiin odp | orm |
0 | mirga oromoon finfinnee qabu ilaalchisee sagaleen dhag'amaa jira | orm |
0 | mirga oromoo kabachiisuun mirga saba biraa sarbuu miti | orm |
0 | oromoon mirga kabachiifatuuf hayyama namiituu hin barbaachisu | orm |
0 | oromoof hunda tokkkummaatu tola | orm |
0 | oromoon sirni ammayyaa hin dhufiin sirna siyaasaa diinagdee hawaasummaa ittiin gaggeeffatu mataasaa qaba | orm |
0 | qabsoon kaleessa gootota oromoon finiine harra misooma eera obbo shimallis | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet preezdaantiin mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaan qabsoon kaleessa gootota oromoon finiine harra misooma eera jedhan | orm |
0 | hayyoonni oromoo waltajjii marii gaggeessaniiru | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet waltajjiin marii gumii balal marsaa ffaan mata duree 'dantaa oromoo horata hawaasummaa jijjiiramaaf' jedhuun waajjira preezdaantii bulchiinsa mootummaa oromiyaatti ta'ameera | orm |
0 | jijjiirama biyya dhuffeef gaheen hayyootaa dargaggoota oromoo olaanaa | orm |
0 | tarsiimoon biyyattii ture dantaa bu'uuraa uummata oromoof daandii bane hin turree jedhaniiru | orm |
0 | abbaa jijjiiramichaa ta'e uummata oromoof dantaa kabachiisuun guddina siyaasa diinagdee uummatichi fayyadamaa hojjechuun barbaachisaa ibsaniirui | orm |
0 | kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa eebbifame | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet kitaabnii eenyummaa seenaa oromoo irratti xiyyeeffatuu barreessaa taaboor waamiin barraa'e eebbifameera | orm |
0 | kitaabni oromoo finfinnee jedhu darajjee bahaaruu margaatiin barreeffame harra eebbifame | orm |
0 | gaazexeessitoonni afaan oromoo dimtsa wayyaanee ummata dhiifama gaafatan | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet gaazexeessitoonni afaan oromoon dimtsa wayyaanee dw international irratti hojjetaa turan ummata dhiifama gaafatan | orm |
0 | oromoon biyyaatti duula aduuwaa qofaan gootummaa mul hin har tigiraayitti abut awwaalu godina qellem wallaggaatti shiftoota ergamtoota abut dhumaaf ballessuuf mootummaan olaantummaa seera kabachiisuf hojjechaa jira jedhan | orm |
0 | waldhabdee oromoo jiru hiikuuf sirni gadaa filannoo jalqabaa qaba abbaa gadaa goobana hoolaa | orm |
0 | finfinnee fcb sirni gadaa qabeenya oromoo darbee qabeenya addunyaat jedhaan walitti qabaan gumii abbootii gadaa abbaan gadaa tuulamaa goobana hoolaan | orm |
0 | oromoon waliisaa gidduutti walitti bu iinsi uumamee mitii orma waliinuu rakkkoon uumame akkataa furu beekuuf miiyyuu sirna gadaa hordofuu qaba jedhan abbaan gadaa tuulamaa | orm |
0 | walitti bu iinsi obboleeyyan lamaan ittuu karrayyuu gidduutti uumamee guyyaa kaleessaa akkaataa sirna gadaatiin bakka abbootiin gadaa oromoo godinaalee oromiyaa garaagaraa qaamooleen nageenya aanga oonni mootummaa argamanitti aanaa fantaalletti araara argateera | orm |
0 | muummeen ministira dooktar abiyyi kabajamaa hammataa ummata oromoo hunda baga guyyaa kabaja ayyaana guddaa galateeffannaa jaalala qulqullummaa nageenyaa dhiifamaa araaraa aantummaa namoomaa lallabamu dhugoomu nagaan geessa baga gammaddaan jedhaniiru | orm |
0 | irreechi sonawwan sirna gadaa keessaa mallattoo nageenyaa tokkkummaati | orm |
0 | sirni gadaa qabeenya guduunfataa ummata oromooti | orm |
0 | irreechi calaqqee oromummaa keessaa miidhagaa hirmaachisaadha | orm |
0 | oromummaan harra dhaabbatanii egeree ijaaruudha | orm |
0 | oromoon waldhabdee kamiiyyuu gorsaafi mariin furuu filata | orm |
0 | irreechi mallattoo oromummaa keenyaati qabiyyiyee ijoo ergaa dooktar abiyyi ahimad ayyaana irreechaa sabeeffachuun dabarsan | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet fedhii faayidaa oromoo kabachiisuuf waliin tarkaanfachuun murteessadha jedhan jaal daawud ibsaan | orm |
0 | hayyu dureen abo miseensi gaaddisa hoggansa oromoo jaal daawud ibsaan baga irreecha wareegamaan argame geessan jedhaniiru | orm |
0 | irreechi nagayaan xumuramu ummata oromoo saboota kaanifis waamicha dhiyeessaniiru | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet abbootiin gadaa haadholiin siinqee guyyootii araaraa shan labsan | orm |
0 | abbootiin gadaa haadholiin siinqee kaleessaa eegalee guyyootii kadhannaa araara waaqaa labsan | orm |
0 | abbaa gadaa goobanaan oromoon aadaa duudhaasaa tikfachuuf durbi buqqee duudaa baattee jaartii cifireen marga jiidhaa qabattee jaarsi cifireen horooroo qabatee dargaggeessi waanjoon waanjee waaqa araara gaafachaa tureera jedhan | orm |
0 | shira kaayyoo diinaa alaa qindaa oromiyaa ummata oromoo irratti agaamamaa jiru deeggarsa ummataatin hin milkaa hafee | orm |
0 | nyaata aadaa oromoon keessummaa simatuu cidhaa ayyaanaa qopheessu keessaa cuukkkoon tokkkodha | orm |
0 | finfinnee faanaa broodkaastingi korporeet oromoon injifannoorraa injifannoottii ce jiraachuu aanaan preezdaantii mootummaa oromiyaa obbo shimallis abdiisaan ibsan | orm |
0 | oromoon sadarkaa injifannoo tokkkorraa aanutti cee'aa jiraachuuf irreechi finfinneetti barana kabajamu calaqqeedha | orm |
0 | oromoon irreecha finfinnee handhuura isaatti sabaa sablammoota ummattoota biyyattii waliin kabajuun injifannoo ulfina malus | orm |
0 | ayyaanni ireechaa kabajnu dudhaa eenyummaa oromummaa hoomtuu daangessuu hin dandeenye mul atuu uus himaniiru obbo shimallis | orm |
0 | oromoon ayyaanaa irreechaa irratti hirmaatu uffata adaa oroomootin faayamuu qabu jedhan | orm |
0 | finfinnee hagayya faanaa broodkaastingi korporeet hayyoonni oromoo magaalaa finfinneetti mari'atan | orm |
0 | dhaabbileen siyaasaa oromoo waltumsanii deeman walsakaalun kufaatii jabaa fida jedhan obbo leencoo lataan | orm |
0 | obbo jawaar isaanitiin adeemsa qabsoo oromoorratti barreeffama gabaabaa dhiyeessuun kallattii fuula duraa akeekaniiru | orm |
0 | oromoon walooman tumsamee walsakaaluu keessaa ba'uudhan ofiifis cee'ee biyyas ceesisuu qaba jedhan | orm |
0 | oromoon tokkkummaasaa cimsee deemnan hundaan bakka yaadu qaqqabuu danda'a | orm |
0 | aadde loomiin oromoon seenaa saboota sablammootaafi ummattoota ollaa isaafi keessoo jiraatan waliin nagaafi jaalalaan ofitti haammatee waliin jiraachuufi jiruufi jireenya hawaasummaa adda addaa waliin gaggeeffachuun duudhaa waliin jireenyaa bara dheeraa qaba jedhaniiru | orm |
0 | anis ta'e paartin wareegamaa qabsoo oromoo haaluu hin barbaannu jedhan obbo addisuu araggaan | orm |
0 | odpn injifannoo oromoon argate ummata waliin ta'ee kunuunsaa | orm |
0 | abo shanee gocha sukkkanneessaa lubbuu namaa qabeenyaa jiru aadaa safuu oromoo faalleesuu eef balaaleeffanna | orm |
0 | oromoon aadaa wal danda uufi waliin jireenyaa qabuun wanta qabu waliin qooddachuun jiraachuun beekama | orm |
0 | paartileen siyaasa aktiivistoonni oromoo tokkkummaa saba keenyaa cimsuuf wal deeggarree waliin hojjeechuu qabna hundaa wal dhaggeeffachuun murteessadha | orm |
0 | jaarmiyaaleen ummata oromootiin qabsa'aa turtan biyyaatti deebitan waliin qabsaa'uufi waliin hojjechuuf seena qabeesaa argachuu obbo lammaan ibsaniiru | orm |
0 | wallaansoon hiyyummaa moohachuuf goonu aadaaf duudhaa oromoon hammachuun beekkkamu dagaagsa | orm |
0 | beenishaanguul gumuuzitti barnoonni afaan dhaloota afaan oromoon laatamaa jiru lammiileen afaan isaaniin barataniif carraa uumedha dooktar alamuu simee | orm |
0 | dooktar alamuu simee wayita beenishaanguul gumuuzitti barnoonni afaan dhaloota afaan oromoon laatamaa jiru lammiileen afaan isaaniin barataniif mirga mirkaneesse tahuu ibsaniiru | orm |
0 | finfinnee hagayya faanaa broodkaastingi korporeet oromoon aadaa duudhaa gadaa boonsaa ganamaatin biyya ijaaree dhaloota dhaalchisuun kaayyoo jedhe mootummaan oromiyaa | orm |
0 | galmi sabboonummaa oromummaa nageenya misooma biyya walqixxummaa guddinni biyyaa sabaa sablammootaa mirkanaa'e ijaarudha | orm |
0 | oromoon hogganaasaa jaalatu siinqee hulluuqsiseet gaachanaa eeboo kennaaf | orm |
0 | oromummaan hammattummaadha | orm |
0 | oromoon biyya bulchuu dandahu hojiin agarsiiseera oromoon deeggarsa kamiiniyyuu ilmaan abbaa gadaa faana dhaabanna | orm |
0 | ayyaanni irreechaa dhugumaan ayyaana galateeffannaa jaalalaa nageenyaa araaraa dhiifamaa tahuusaa oromoon agarsiiseera | orm |
0 | oromoon barnooota ammayyaa qaroomina har addunyaan fiixee beekumsaa ittiin yaabbate hin qabaatin sirna bulchiinsa walxaxaafi qorannoo waggoota hedduu fudhachuu danda jiruufi jireenya namaa hedduudhaan gurmeessee hogganu sirna gadaa demokraasii dhugaatiin wal bulachaa dhuffee jira | orm |
0 | oromoon sirna gadaatin buluu bulchachuu eegalee dhaloota kiristoosiin abbaa gadaa goobanaa hoolaa | orm |
0 | irreecha hora finfinnee hora harsadii bara kabajamuuf qophiin xumuramuu gumiin tokkkummaa abbootii gadaa oromoo beeksise | orm |
0 | oromoon aadaa saba biroo akkkuma jaallatuufi kabaju saboonniifi sablammoonni biyyattiis ayyaana oromoo waliin ta'uun kabajataniif waamicha dhiheessaniiru | orm |
0 | sirni gadaan akkaata oromoon jireenya hawaasummaa diinagdee siyaasa aadaa duudhalee qabu hunda ittin gaggeeffatudha | orm |
0 | abbaan gadaa gujii walitti qabaan gamtaa abbootii gadaa oromoo akkaataa ayyaanni irreechaa kabajamu irratti bakka bu'oota hawaasa godina gujii lixaa waliin mari'ataniiru | orm |