id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
410400
Halleellaa jedhame kana ilaalchisees yaaliin qondaaltoota motummaa Somaaliyaa dubbisuuf taasfne kan nuuf hinmilkoofne yoo ta'u, waa'ee halleelichaas gamasiin kan jedhame hin jiru.
410401
Namoonni hiriira irraa qooda hin fudhatinis, Oromoo ta’uu isaa qofaaf, haalli itti ajjeefaman jiraachuu isaati kan gabaasni addaddaa saaxilutti jiru.
410402
Waaqeffattoti biyya Norway fi biyyoota adda addaa jiraatan amantii Waaqeffannaa deebisanii dagaagsuuf gurmaa’anii hojii jajjabduu karaa sarara paltalk fi quunnamtii garagaraa walitti dhufanii hojjachaa turaniin, Waajjirri dhimma kana hordofuu fi hayyama kennu Muddee 2, bara 2008 Waaqeffannaan amantii Oromoo jedhee galmeessuu isaa waraqaa ragaa20koree GWA biyya Noorweyiif kennee jira.
410403
Dheerini gaafa isaatis haga Seentimeetira 50 ni ta’a.
410404
Dhumarrattis sadarkaalee armaan oliitiin yaalii taasifamee fi murtee keenameen lammiin itti hin quufiin Waajjiraa Preesdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Dhaabbata Abbaagar ykn Dhaabbata Mirga Namummaattii fi sab-quunnamtii (media) uummataatiif dhiyeessuun furmaata barbaaduu ni danda’aa.
410405
Oromoon kutaa kanaa mancaatti kan dhimma bahu lolaa fi misooma qofaaf miti.
410406
Rabbiin munaafiqoota Madiina yommuu isaan sadaqaa warroota amananii gadi xiqqeessan Aaya Qur’aana (At-Tawbaa:79) buusun isaan waqqase.
410407
Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Biyyoonni Muslimaa Jaruusalem Bahaa 'magaalaa guddoo Paalestaayin ta'uu qabdi' jedhan 14 Muddee 2017 Madda suuraa, AFP Ibsa waa'ee suuraa, Deeggartonni Paalestaayin galma kora dhaabbata walta'iinsa Islaamummaa Istaanbul jiru fuula duratti Hoggantoonni biyyoota Musliimaa 57, addunyaan "biyya Paalestaayini fi Jaruusalem Bahaa ammoo akka magaalaa guddoo isheetti" beekamtii akka kennituu waamicha dhiyeessan.
410408
Ani akka fakkeenyaatti Magaalaa Finfinnee keessaa bakka kana qofarratti xiyyeeffadhus naannawawwan hedduun rakkoo lolaa kanaaf saaxilamaniiru.
410409
Baay'inni gurraachoti Ameerikaa, US'tti %14 qofa ta’us bara 2019'tti ajjeechaa 1,000 poolisiin raawwate keessaa %23 gurraachota irratti raawwate.
410410
Warri miseensa ta’an, Oromoo miseensa hin ta’iin mirga isaa ta’uu osoo beekamuu akka diina isaaniitti akka ilaalan dirqamu.
410411
Mr Umar akka jedhetti, muslimoonni manneen hidhaa kana keessatti amantii fi eenyummaa isaanii akka jibbanii fi barnootni Sirna Kominiizimii addatti kan isaanii kennamu tahuu hime.
410412
Warra dhuman lakkoofsa sirrii isaanituu beekuuf hindanda’amu.
410413
OMN: Qophii Addaa (Walgahii Aktivistoota Oromoo)
410414
4) WI-FI banaa(Open WI-FI) fayyadamuu dhiisuu.
410415
" Hoggani ABO dinoota alaan bobbaafaman kokkee qabaa fi rakkoo kessaan jaarmiyaa foxoqse furuu yalaa amna QBO daran hadoofte ittifufe.
410416
Isaan kana lamaanuu cimina sochii uummata Oromoo, keessumaayuu kan barattoota fi dargaggoota keenyaatu dhalche jechuu ni danda’ama.
410417
Fulbaana 14, 2017 Lakkoobsa fi Eenyummaa Namoota Awwadaay Keessatti Ajjeesamanii Irratti Yaada Wal-faallessu Tu Dhaga’ama
410418
Koreen ogeeyyii kallattiin isaan ilaalatu 4 tahaniis hundawaniiru
410419
kunis hanga 6 trillion mile ta'a.
410420
Lammiileen Masirii akka qabeenya guddatti waan ilaalaniif akka callisanii hin ilaalle uummata isaaniif waadaa galanii booda bakka galan waan dhaban fakkatu jedhu.
410421
Ijooleen namaa kana kan fakkaatee yaad-rimee guutummaa guutuutti hubachuuf ga’umsa hin qaban.
410422
Miidhaa akkuma dhaqna qabaan sun raawwateen dhufuu danda’an:
410423
Oromoon galaanaa sirrii yoo ta`u, Garuu hanqinni jiru odeeffannoo gahaan ummata bira karaa hedduun akkasumas karaa ifa ta\\'een akka gahu gochuutti hin jirru kanaaf.
410424
Bara 1960-tti, qabsoon bilisummaa Algeeriyaa haalaan finiinte.
410425
Bara keessa Chaayinaan to’annoo qawwee taasiisuun uummata isaa hidhannoo hiiksiisuu eegale.
410426
Haa ta’uu malee ji’a Ramadaanaa keessa Musliima yoo ta’e, guyyoota Ramadaanaa hafan ni sooma, warroota soomni dirqama irratti ta’e irraa waan ta’eef.
410427
Sochii Warraaqsaa barattootni Oromoo yunivaristii Jimmaatti eegalan guyyaadhaa gara guyyaatti bifa jijijjirachuudhaan babal’achaa dhufuurraa kan ka’e mootummaan tarkaanfii hammeenyummaa fudhachuu eegaltee jirti.
410428
Kan jibbamu ummata afanfajeessuuf dhimma itt bahuu dha.
410429
Dhimma kana qo'achuu keessatti, jalqaba waa'ee du'aa Macaafni Qulqulluun maal akka barsiiu hubachuun barbaachisaadha.
410430
Akkuma dhaqabameef haddheessaa sobaan hedduun salphifamanii yk guraarfamanii dhabamsiifaman.
410431
warra halgaatti hirkatanii ofii quufanii bulanii ummata ajjeesisanis hin hammatu.
410432
Yemmuu Wallo keessatti waraanni dargee diigamu Ani Poolissiidh ofiin jedhee gara poolisiitti ce’e.
410433
Har’a qabna”ogummaa siyyaasaa barannee qabna” ofiin jedhan irra uummatatu siyyaasa beeka.
410434
Amma duraas nuti waa meeqa obsinee,
410435
Kunis maandisoota, hojii uumtoota, barsiiftootaa fi namoota siyaasaa addunyaa miliyoona 130 alatti hambifamanii jiru.
410436
Onga’oon Wayyaneen fi Eritrea immo kanuma xiinoo jaalisan isaan jalati federeshnin akka buulu nu barsiisu yalaa jiru.
410437
Ogummaa: Weellisaa, qindeessaa, walaleessaa fi sabboonaa
410438
Ta’us qulqulluu sagalee isaan, amantoota qofa afuura kan qaban (1ffaa Qoro 2:11, Ibi 4:12, Yaaq 2:26), warri hin amanne garuu afuuraan du’oo dha (Efesoon 2:1-5, Qolaa 2:13).
410439
Sadaarkaa kanatti qabsoo qara lama ykn sadii kan marfama keessatu geggeffama jira.
410440
Ibsa waa'ee suuraa, Roobni ganamaa kaasee roobaa ture, hirmaattota ayyaanichaa hin danqine, shamarran kun lamaan dibaabee isaanii qabatanii dhaqan.
410441
Madda suuraa, Sentinel Itti gaafatamaan Yuniyeenii qonnaan bultootaa Huseen Abdulahmmen waan jedhu, ''Masrii bishaan malee - yoo bishaan qabaanne lubbuun jiraanna, yoo qabaachuu baanne ammoo, egeree hin qabnu jechuudha,'' jedha.
410442
Ammoo gaafa waa nama irratti odeesstu maqaa nama sana xureessuu qofaaf yaaddee hin odeessin.
410443
Oromoon erga qabamanii mirga saanii dhalootaaf qabsaawaa jiru.
410444
MM Abiy barruu 'Financial Times' irratti barreessaniin 'Afrikaan birmannaa feeti' jedhan
410445
Anis ergan kana dhagaheen booda lamuu hidhamuu waan hin barbaanneef achuma biyya alaattin hafe.
410446
Guyyaan Jaalalleewwanii Anaaf Guyyaan itti Lubbuu koo Dhabe dha!
410447
Gadda ulfaataa nu qunname kanaan dhaabbiilee siyaasaa Oromootii fii lammiileen oromiyaa akkasuma firoottan Q.
410448
Kunis diinagdeesaanii gargaaruuf doolara biiliyoona 25 akka fayyadaman taasisa.
410449
Saa'udiin Yaman seenuu dhorkuu ishiitin gargaarsa kennuun rakkoo ta'e
410450
Ibsi Command Post Wayyaanee kun Mootummaan Itoophiyaa tarkaanfii waraanaa kan Addi Bilisummaa Oromoo Zoonii sana keessatti fudhachuu eegale of irraa ittisuuf jecha tarkaanfii kana kan fudhate tahuu isaa ibsee itti gaafatama seeraa jalaa miliquuf ammoo tarkaanfii suukanneessaa yakka waraanaa (War Crime) ol’aanaa tahe kana jecha “Dogoggora” jedhuun xiqqeessee bira dabruuf yaalee jira.
410451
''Kan barbaachisu motummaa obsaan hoggnanuu fi kan nagaa fi jaarsuummaaf carraa kennuudha.
410452
Yeroo dhihoo asitti Sa’udii, Emireet fi Maasrii hariiroo Isra’eel waliin qaban kan cimsan yoo tahu, dhimma Falasxiin irratti ammoo Turkiyaa, Qaxarii fi Iraan adda durummaan kan falmaa jiran tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mul’isa.
410453
Akkuma cubbuu/balleessaa kee darbeef seenoftu, akkasuma cubbuu dhufurraayis dheessita.
410454
14) Waaqayyoon sodaachuu jechuun Meâl jechuu DHA?
410455
Diinaa fi alagaadhaaf akka saaxilaman godha.
410456
Amala Tiraampi fi Baayidan qeerrummaa hanga raabomaatti Odeessi bu'aa filannichaa sarara tokkichaan Doonaald Tiraamp kan eegameen ol gaarii deemaa kan jiran yoo ta'u, Baayidan ammoo isteetiiwwan murteessoo ta'anii fi ariitiin sagalee lakkaa'aniitti injifachuu hin dandeenye.
410457
Oromiyaan hardhas fedha ofiin utuu hin tahin kan halagaatiin bula.
410458
Ta'us garuu du'aatiinsihee akka calli hin jedhamneen barbaada,'' jedheera.
410459
22 Ammas Iyaasuun jaraan, "ISIN-Waaqayyoof jo hojjenna-ISA jettanli fo'achuu keessaniin ofli keessan irratti dhugaa in baatu" jedhe; isnanis, "Eyyeel Nuyi dhugaa jo Baana!
410460
VOA: Jiilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan fi Ministeera Dhimma Alaa Dr Warqineh Gabayyoon durfamu, jila Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoogganamu wajjiin walga’anii mari’achuuf har’a Asmaraatti imalanii jiran – OromiaTimes
410461
Kana qofa osso hin tahin Oromoonis akka ummataatti moohee jachu dha.
410462
Abbaan Seeraa dhimma seerri dirqisiisan hin dhorkine tokko gara Sirna Walfalmiin Falmii Idileen Ala Itti Xumuramutti kan hin ergine yoo ta’e sababa isaa galmee irratti ibsuu qaba;
410463
Gadaan Gadaa Bilisummaa Nuuf Haa Ta’u!
410464
Qeerroo ka dhuunfatu gama hundaan uummachuuf yaalaa jirtii .
410465
Namtichi Awustraaliyaa bilbila mobaayilaatin xiyya ofirraa qolate15 Bitooteessa 2019 Bu'aa bayii daa'imman jaha takkaatti guddisuun qabu21 Bitooteessa 2019 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 5 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 6 dura Maaltu haasa'ama?
410466
Yaada Abukaatoowwan Obbo Jawaar… Bu'aaleen qorannoo qorataan poolisii Roobii dhiyeese kunneen daddacha darbe irratti dhiyaataniin adda akka hin taane abukaatoowwan Obbo Jawaar dhaddacha irratti dubbataniiru.
410467
Koontiraaktaroonni federaalaa fi naannolees erga takka akka bobba'anii fi amma karaa akka qabatanis himaniiru.
410468
Qur’aana fi sunnaan maanguddoota lamaan Muslimoota jidduu jiruudha.
410469
Har’aan tana namni baruumsa Akkadaamii barachuudhaaf gara mana barnoota deemu, yaada argama tasaa jedhuu fi tiyoorii of Ivoolyuushin jedhamuun guutamee baha.
410470
Siyyaasa keessatti kallattiin garboonfataan ittiin uummata saamee nyaatu yoo barame jijjiiramu akka qabu Siyyaasaa garboonfataatu akeeka.
410471
Qorattoonni sababaan isaa tarii boba’aa gaafii hin ta’in, dogoggora paayileetii ykn ka biroo qorataa jiran.
410472
Osoo baqataa jiranu albeen warrantee tokkonsaa karaa foddaa baqata bahe.
410473
Haqa kana irratti hundaa'uu dhaan, Oromoonni hundinuu, tokkummaa mooraa qabsoo keessattiis ta'e dhaabilee siyaasa Oromoo hundumaa keessatti yookaanis bakka jiran hundumaatti hojii irra oolchuu fi cimsuu yaadachhifamu.
410474
Obbo Toleeraan dabalataanis; “waan hidhannoo hiikkachiisuu jedhu irratti namoota walii galtee mootummaa fi ABO jidduu jiru quba hin qabnee fi warra yeroo walii galteen godhame bakka san hin turinitu akkuma itti fakkaate dubbataa jira” jechuun BBCf hime.
410475
Dhaloonni kun kana hubatee bakkayyattuu tokkumaa isaa cimsatee, irree isaa waleeffatee, qabsoo eegalame; qabsoo hidhannoo ABOn gaggeeffamaa jiruu cinaa hiriiruu fi FXG finiinsee itti fufuun dubbii ijoo fi fardii dha
410476
Aadaa keenya ijoollee keenya kan hegeree Oromoo fi Oromiyaa ta’an fi firoota Oromoo haa barsiifannu!
410477
Egaa mootummaan Wayyaanee ammas ilmaan Oromoo hidhuu irraa kan boodatti jedhu miti kufaatiin isaa waan hin hafneef kana of oolchuuf mana hidhaa Oromiyaa keessatti baayifatee Oromoo kanneen sabboonummaa qaban hidhuutti sadarkaa maraannaa keessa seenee jira,hidhamuu fi dararamuu barattoota kanaaf barattootni sabbontotni Oromoo mooraa Yuuniversitii Adaamatti argaman hunduu ajjechaa,ariyama manneen barnootaa fi hidhamuu ilmaan oromootiif hawaasni oromoo hunduu akka nu waliin hiriiruuf FDG jabeessu dhaamsa dabarsina jedhu.
410478
Dubartiin Sawudii irraa Finfinneetti imalaa turte xiyyaara keessatti lakkuu deesse
410479
Yoo hanqatan dhaabotaa fi hooggani haala keessa dhalachuu waan danda’aniif isaanii dhimma hin baafnee ta’uun akka jiru beekamuu qaba.
410480
Galgalaa saatii 2:30 irraa jalqabee qophii “dammaqochuu […]
410481
Du’a doktora Oromoodhaa, Doktor ‪‎Amiin Abbaa Gumbul‬ ilaalchisee _ OromianEconomist
410482
Ta’us garuu diinni keenya yeroo diinummaa ishee nurratti raawwattu ittumaa akka cimtu si taasisa malee nu hin laaffisu.
410483
Namni tokko yeroo awwaalamu akkaataa itti awwalamu mataasaa qaba, baay'inarraa kan ka'e san raawwachuu waan hin danda'amneef bakka sanis foolii cimaatu jira ture," jetti.
410484
Wolumaa galatti dubbii jajjabdutu nu jalaa dhakateera.
410485
Kana malees sababa kanaan jijjiramni qilleensaa suuta suuta osoo hin hubatamne babaldhachaa dhufee.
410486
Tari gadnuu dhiisuu biyya abbaa keenyaa?
410487
Mootummaan magaalaa Finfinnee gama isaatiin bakkeewwan weerarri koronaavaayirasii caalaa keessatti hammaataadha jedhame kanneeniitti tarkaanfiiwwan tatamsa'ina isaa to'achuuf dandeessisan fudhachuuf akka karoorfate dubbataa jira.
410488
Keessattuu, kan nama gaddisiisu yommuu diinni ummata keenya fixaa jirutti ummata cinaa dhaabbachuu dhiisuun gochaa badii akkanaa ummata ofiirratti raawwachuudha.
410489
Dhuma baruma sanaattis, mana murtii loltuutiin haadha warraafi mucaa buddeenaaa isaa ajjeechuuf yaaluusaatiin himatame itti murtaa'e.
410490
Magaalaa Neqemteetti Manneen barnoota sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaa, koolleejjii technikaa fi Ogummaa , Koolleejjii barsiisota Neqemtee, dabalatee Caamsaa 27/2015 barattootni Oromoo barnoota dhaabuun FDG dhoosuuf wayita jiranitti hoomaan Waraanaa Magaalaa Neqemtee irra qubsiifamee jiruu irra garagaluun magaalitti raafama guddaa keessa buusee jira, Barattootni Oromoos barnoota dhaabuun gar uummata fi maatii isaanitti deebi’an.
410491
UK'n hambaalee waggaa 150 dura saamte Itoophiyaaf ergisuufi
410492
Nafsee ofii beekee bakka ishii hin kaa’u.
410493
Tajaajilli bilbilaa, intarneetii, ibsaa fi geejjiba magaalota wal qunnamsiisu akka uggurametti jira.
410494
Yeroo mootumma cehumsaa illee mootummaan wayyanee kan sodaataa turteefii shakkii guddaan ilaalaa turte ABO ture.
410495
"Kanaan dura wanti akkanaa na mudatee hin beeku, kun mudannoo jireenyaa koo isa guddaadha jedhee galmeffadheera" jedheera.
410496
Saskaņā ar miera ATI gatii bafte hidhamu, … Dubbie ir uzstājām FUFA _ Turpināt lasījums →
410497
Torbee darbe kana keessa dalagaalee nama suukkanneesan gurguddaa sadii midiyaalee Oromoorraa dhagahaman wiirtuu dubbii kootiti.
410498
Ibsi fi deebiin mootummaa Itoophiyaa baase kun dabalataan, gaaffilee shan miidiyaan 'The Guardian' dhimmootaa adda addaarratti gaafateef deebii kenneera.
410499
Dhaloonni kun ammayyuu itti fufee barreessaa jira.