id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
410600
''Maqaan yeroo fi haalaan walqabatees moggaafama.
410601
Siif godhe kanaf kan SII irra eegamuu Maal Jetta içinde Gegg Essa fi garummma?
410602
Abbaltii dagaa murna tokkoon, abba tokkeen fi murnooti akka sona cehumsaa keessatt qooda fudhatan afeeraman malee, sochii Habashaa deebisanii dhaabuu keessaa murni Oromoott yaada fudhatee dhihatee beeku hin turre.
410603
Vaayirasichi saree ykn adurree irraa namatti darbuun isaa mirkanaa'uu baatus garuu namootarraa sareetti ykn adurreetti darbuu ni danda'a.
410604
Diraama Afaan Oromo Heddu Nama Tola Dodolatti
410605
Tokko kan qabeenya baay’ee qabuu garuu imaana kan hin qabne fi kan biraa immoo qabeenya xiqqaa kan qabu garuu imaana kan qabu turan.
410606
– Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu – Berhanu Hundee, Ebla 24, 2018 Kutaa Kudhalammaffaa Haasa’a adda addaa Muummichi Ministeerotaa (MM) Dr Abiyi godhaa ture laalchisee tibba kana waa baay’eetu dubbatamaa… Read More »
410607
F7 Man'ee ammee kessaa ti qubeeffannoo mirkanessuu.
410608
Abbootii qabeenyaa bidiruu fi deemsa gaalaana irraa kan jaalatan dubartoonni lamaa fi sarootni isaanii Humna Waraana Galaanaa Ameerikaan (US Navy'n) kan baraaraman naannoo ji'a shaniif daandii irraa baduun erga joonja'aa turanii boooda ta'u isaa, angaawonni dubbatan.
410609
Kanaan dura Akkamiti airphone akka hojjatu page keenna irrati maxxansinee jira, of duuba deebi’uun ilaala.
410610
Guyyaan filannoo Sadaasa 20, 2010 (A.
410611
Ogeeyyiin haalli kun darbee darbee mul'ata jedhu.
410612
Garuu ilmi nama haqaati fi gaariidha.
410613
siniif haa galtu maaloo carran hidhamuu keenya hara kun bor immo kessan ta’uuf deemtii.
410614
Kuni immoo hiyyummaa fi dadhabinna ofii Rabbitti himachudha.
410615
Bara dhibba torba dura Oromoon hima raagaan bakka dur irra godaanett deebi’uu murteeffate.
410616
Erga to'annaa jala oolfamanii booda gara Finfinnee fidamuu isaanii miidiyaan biyya keessaa gabaasanii jiru.
410617
Kanaafuu; yeroo maqaa doomeeyinii filattan; qabiyyee fi karoora marsariitii keessan akka bakka bu’utti filattu.
410618
Qur’aana fi sunnaa heera ofii godhatanii itti bulaa jiru moo heera nam-tolchetti bulaa jiru?
410619
Akkasumas yoo danda'ame jechoota Oxford dicnerriir sana asira kayuu jalii godhi
410620
Yeroo ammaa xiinxala siyaasaatifi gorsa tarsiimoofi tooftaa qabsootiin jaarmayoota gargaaraatif kennutti jira.
410621
kanaafis hundi keenya tokko taane qabsoo bilisummaa oromoof haa jabaannu
410622
Achitti, ganama, isaanii hirriibaa hin ka’in, waraana Soomaalee tiin marfamanii, eega dhukaasa walitti banan booda, malaan harka isaanii seenanii, mana hidhaa Man-Dheeraa ja’amutti darbaman.
410623
Waan dinqii naa agarsiftee bara koo keessaa
410624
Chaayinaan biyyoota balfa baayyinaan gara biyyashee galchuun beekaman keessaati.
410625
Hogganoota qabsoo dadhabiin isaanii waliin cichanii waggaa 70, 60 ta’anii, “waan irra gangalataa turtan ittin jedha.
410626
Amma garuu hanqina maallaqaa irra kan ka’e karoorri ijaarsa manneen kun akka harkifate himameera.
410627
OPDOn as baatee kana lallabuun ishii ufumaan akka uf saaxiltu taasise.
410628
Hat’au malee namootni hundumtuu jireenya gammachu hin jiraatan Sababni isaa…
410629
Siidaan Artist Hacaaluu Hundeessaa bakka awwaalchaatti hojjetame eebbifame
410630
Previous Post Baratooni Oromoo Magaaloota Oromiyaa Adda Addaa keessatti Maastar Pilaanii Fifinnee Mormaa jiru
410631
Namtichi volkaanoo keessatti kufe lubbuu baraarame Misirrittiin misirroo ishee volkaanoo riphaarratti kufe baraarte Argannoon ammaa kun kan mul'ate ji'a kana oggaa tahu, mana guddaa magaalaa durii kanaan alatti wayita qotanitti bira gahan.
410632
Next Next post: SBO: Gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol hojiin ala godhe.
410633
▪ Shamarree Mooneet Badhaasaa Dhugumaa kan haqa uummataaf ABO waltajjii irratti baatee ibsite.
410634
Ofii boba’aa kaaniif ifa ta’uuf dhama’uun koo‘mmoo ifa koo keessatti gubattanii ifa akka taataniif malee… lakki anoo ji’a waaree ustee waarii deemtuuf ifa ida’uuf miti.
410635
Laakkofsi barattoota du’anii fi madaayanii ammas hedduu dabaluu danda’a sodaa jedhutu jira.
410636
Yeroo teknolojiin akkanatti babal’ate kanatti jecha meeqa osoo hin hubatinii fi xiyyeefanno itti hin kenniin hafarsinaa.
410637
Federaali waaraana uummata Oromoo Calii Calanqooti irratti bobasse lubuu 18 ajjeese utuu lubuu darbeef jecha tokko hin dubatiin, guyyaa 3 booda ammoo Aanaa Hawwii Guddinati lubuu nama ajjeesan, kumataman lafa isaa irra buqisan, mana Oromoo 80 ijoollee xixina waliin waltti guban.
410638
Ittiqaa Tafarii **New** Oromo Music 2018 / Dura Bahaa
410639
Gabaasa kana Ministir Deettaa Itti Waamamaa Deeggarsa Mootummaa obbo Amaanu’eel Abrahaam kan dhiyeessan yoo ta’u,bara hojii 4ffaa mana Maree irratti mootummaan dhimmoota gurguddoo raawwachuu karoorfachuu ibsaniiru.
410640
Dabalataan Dr Huseen "yakka dalaguu isaanii wanti mirkaneessu waan hin jirreef, manni murtii yeroo dabalataa kennuu hin qabu," jechuun mormuu isaanii kan himan Obbo Kadir, manni murtichaa poolisiif guyyoota qorannoo torba kennuun Sadaasa 16 bara 2013ti beellamuusaa himan.
410641
Gosni Buraayyuu fi naannoo isaa keessa ture Kurnan Gullallee-ti.
410642
Addatti Jaarmayaan Qeerroo Bilisummaa bara 2011 akka Jaarmayaatti erga of labsee asitti FDG mootummaa Wayyaanee hundeen raasan gaggeessaa turee ammas itti jira.
410643
Maatiishee keessaa Fiyoonaan kan caalaa jaalala qabduuf obbooleessashee angafaa Jiimiif ture.
410644
Addunyaan ammoo gama biraan, gaaffiin ummata kanaa dhugaadhaa, wayyaaneen dhugaa kana liqimsuu qabdii jechaa jiru.
410645
Gooftaa kanaan dura sitti himnaan na didde.
410646
ajjeesisanii, gariin maatii facaasee yoo biyyaa bahu, gariin roorroo kana dhoowwachuuf bosonatti gale; isa kaanimmoo akki dhibee, qe’ee dhaloota isaarratti yuuyya’ee, quucaree hafe- Seenaa hadhaawaa!
410647
Gochi mootummaa kuni haarawaa miti akka HRW tti.
410648
Itti aansudhaanis adabbiini badii raawwateen wal-madaaluu irratti ni murtaaa.
410649
Fedhiin ykn hawwiin dhuunfaa fedhiis ta’ee hawwii saba guddaa kanaa ta’uu hin danda’u.
410650
Mee ITTI YAADII: Waaqayyo inni Jaalala ta’e Waaqayyo … Dubbia është shtyrë Fufa të _ Vazhdo leximin →
410651
Odeessa kana irratti dabalata Obbo Baqqalaa Garbaa: 'Duulli miidiyaalee nurraa haa dhaabbatu'25 Hagayya 2020 Obbo Jawaar Mohaammad ogeessa dhuunfaa isaaniitin akka yaalaman manni murtii ajaje21 Hagayya 2020 Dhaddachi qorannoo duraa maali?
410652
Haawwasaa biyya ala hunda bakka adda addaatti akka faca’uu goodhan, Targeti guddan Haawwassa Oromoo facasuu ture ABO mada galii cufuuf heedu hojeetan,
410653
Hin sagadinuu waaqota ormaaf, (Mootii gudda ulfinni kee) Hin sagadinuu kan du’aniif, (Mootii gudda ulfinni kee) Barri kan sii … Dubbie yog thawb mus rau fufa _ Mus nyeem ntawv →
410654
Macaafni Qulqulluun Dubbii Waaqayoo ta'uu isaaf kun ragaa guddaa dha!
410655
Ammoo akka waan Wayyaanee hintaaneetti Abiyyiin fudhachuun daba.
410656
Akkuma beekamu, Lammiin keenya biyya alaa jiraatuu, sochii haawas dinagdee, naannchaa keessatti gahee isaa bahuu waan jalqabameef kana caalaa hirmaanaa isaanii guddisuun baayyee murteesaa akka ta’e hubatamee, yeroo ammaa sochii bal’aan taasifamaa jira.
410657
*Amala dhuunfaa kanneen akka yeroo baay’ee yaada hir’ataa (negative) qabaachuu,waa gar malee abdachuu,yaada ofiitti cichaa ta’uu fi dhugaa fudhachuu dadhabuun dhiphuuf karaa banu.
410658
Diddaan Qeerroo Bilisummaa ykn dargaggotaa Oromoo Yuunivarsiitii Jimmaa Mootummaa Wayyaanee irratti taasisan sadarkaa hammaachuu itti deemaa jira.
410659
Odeessa kana irratti dabalata Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa nageenya boora'e bakkatti deebisuu danda'aa?
410660
Yeroo qabsoon oo’ee geggeeffamaa turee fi labsii yeroo hatattamaa booda hidhaa fi du’aan gootota kumaatama ufbiraa dhabne.
410661
Abdii Boruu:- Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u
410662
Kanaaf QBO wagga tokkof utuu wal-irra hin citiin deemte deemte, Sabbataa, Burayyuu, Suluultaa, Galaan, Sandafaa, Laga Xaafoo geessee of-irra deebite.
410663
Haaluma kanaan godina Arsii lixaa aanaa Nagalleetti tarkaanfii humni hin beekamne fudhateen
410664
Solomon carraa miidiyaa (kanneen akka TV, OMN fi ONN) tiin carraa argatee beekumsaafi muuxannoo qabu dabarsuu hindandeenye; OMN tti silaa namnuu hinbutu.
410665
Yeroo ammaa kanatti mootummaan nama nyaataa jiru kun karaalee addaa addaatiin abbootii amontii, abbooti gadaafi maanguddoo biyyaa gargaaramuun qabsoo finiinaa jiru kana qabbaneessuu barbaadu.
410666
'Sammuun bilisoomuu' Madda suuraa, GAMMADO JAMAL ''Biyya ormaatti sammuun gabroomu, sammuunis bilisoomu,'' kan jedhu dargaggoon kun, ilmi namaa wayita addunyaa kanarra jiraatu, nageenyaa fi bilisummaatu isa barbaachisa jedha.
410667
Waraqaawwan Dimookiraasii (Democracy Vouchers) akka afaan keessanitti hiikamu ni barbaaduu?
410668
Hojiin faashinii duudhaa amantii kiyyaan waan walitti bu'uufan murtee kanarra ga'e jetti Haliimaan.
410669
Jaarmiyichi bara 1994 hanga 1999tti hojiilee pirojektota adda addaatiif deggarsa bajataa qarshii miliyoona 26 ol taasisuusaas ni dubbatu.
410670
sagalee bilidummaa oromoo kan biyya keessaa fii kan biyya alaa kamtu azkka gaarii dabarsa
410671
Finfinnee, Hagayya 10,2010(FBC)- Fayyaa gurra keenyaaf maal osoo goonee wayya?
410672
Kabajamtoota ilaam Oromoo, nagaan kabaja Oromummaa bakka jirtanitti isin haaga’u.
410673
Haga jaarraa 10ffaatis haalli kun akkasumatti itti fufe, yeroo kanatti sababa sosochii lafaa Magaalaa Al Quds mudateen, Masjiidichi xiqqoo miidhamus, ijaarsi garagaraa godhamaafii haga arraa turuu danda’ee jira.
410674
Amaaran kan argamuu jidduugaleessa lafa olka'insa plate'au Itoophiya fi kan hundefamitte uummata ijoo bulichinsa anaa Gondar,Gojjam,nannole muta'ee showa fi wollo kan ta'an nannolee bulchinsa Amaraa jedhama.
410675
Barataa ofitti amanu horachuufis filannoo gaarii natti fakkaata,'' jedheera.
410676
: Wal-qunnamtii saalaa fi Koronaavaayiras Odeessa kana irratti dabalata Dhaabbileen mirga namoomaafi itti-gaafatamummaa isaanii10 Muddee 2019 Viidiyoo, Jail Ogaden: Waraabessa waliin mana hidhaa tokko keessa9 Hagayya 2019 Yaaddannoo mana hidhaa Maa'ikalaawii: hidhamtoonni duraa maal himu laata?
410677
Naannoo Oromiyaa dabalatee Naannoo Amaarratis fincilli jabaan wayyaanee muddee jira.
410678
Previous articleXiinxala haala qabatama yeroo ammaafi sadarkaa Qabsoon Bilisummaa Oromoo irra ga’e
410679
Gamtaan akka waliin hin yaane nuratti akka hojjatama jiru hundi kenya hubachuu qabna.
410680
Anis tole jedheen waliin hojjechuu eegale, sirbasaas hojjedheef.
410681
Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Buraayyuu naannawaa Malkaa Ateeteetti ayyaanni Irreechaa Dilbata darbe kabajameera.
410682
3ffaa- barsiisuuf- namni osoo hojii gaarii hojjatu dogongoruu danda’a ykn of tuulu danda’a.
410683
yeroo ammaa kanaa karaan bakka hundaati cucuffamee jiraa
410684
Obara 2001 akka hundaa`uu ta`ee jira
410685
garuu sabni kun utuu waal shaakkin jiruu maal gochuu dandaaha isaa jedhuu irraati utuu tahee nati tolaa!
410686
Karaa koo qofaatu siriidha isa jedhu afarsuu irraa yoo dhiifnee hunduu karaa isaa afaaniin otuu hintaane hojaan qabsaawe wal nu hinlolchiisu jedheen amana.
410687
‘Waliigalteen hojjachuuf murteeffanne’ jechuu isaanii mitii woldiiguu fi woldiinfachuu irraa adabanne, akkasumas woldiiguun kasaara malee bu’aa akka hin qabne baranne ergaa jedhu dabarsuun isaanii kophaa isaatti, keessumattuu sa’aa kanatti, Oromoof waan guddaa, oduu gammachiisaa dhaa.
410688
Sararri kun Madda calaqqee eenyummaa, dhawataa fi hog-dammaqinsi uummatni oromoo dur horatee qabu deebi`ee kan keessatti guddatu, elaa fi elaameen, saalaa fi fokkuun, safuu fi laguun, cubbuu fi toobaan uummatni Oromoo eeggachaa ture deebi`ee kan keessatti dagaagu Waaqayyoo nuuf haa godhu!
410689
Gama mootummaatiin tarkaanfii kanaaf sababoota dhiyaatan keessaa inni tokko, daldala alaa akka jajjabeessuufi jedhamee dubbatamu illee, jiraattoonni akka Obbo Dachaasaa fi kan biroo garuu attamiin dhiibbaa jireenyaa qabaatu akka dandamatan yaaddoo itti umeera.
410690
27 Sadaasa 2020 Lola Tigraay: Ogeeyyii 50 ol bobbaasuu Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa ibse1 Muddee 2020 Isin hin darbiin 'Zaraay Asgadoom dabalatee qondaalonni TPLF afur ajjeefaman'Sa'aatii 3 dura Kongirasiin US Joo Baayidan pirezedaantii kan itti aanu ta'uu raggaasise7 Amajjii 2021 Eelon Mask sooressa gameessa addunyaa kanaa ta'eSa'aatii 4 dura Maaltu haasa'ama?
410691
Dargaggoota Oromoo gara humna waraanaatti fiduudhaaf tooftaa adda addaa fayyadamaa kan turte mootummaan Wayyaanee, tooftaa kanaanis milkaa’aa turteetti.
410692
Waliigala naannoo Finfinnee irraa maatii ammamtu bara kana keessatti buqqifame ?
410693
Oromoon dargaggoo saanii hin suubbomin akkasitt waamu.
410694
Waldhabdee barbaaduu dhiisi - Achiin "jaalalaan dhaggeeffadhu, yaada ilaalcha keetii kenni, jaalala qabduuf ibsi,'' jedha kitabni Artuur.
410695
''Qabeenya bishaanii keenya kabachiisuu duubatti hin deebi'u'' jechuun barreessaan humna ittisaa Gevin Wiliyaamsan himaniiru.
410696
Yunversitii Wallaggaatti barataa Muummee Civil Engineering waggaa 3ffaa kan ta’e barataa Mootii Mootummaa Abdii jedhamu FDG fi mormii master pilaanii magaalaa Finfinnee barattoota Oromoo Yunversitii Wallaggaan geggeeffame keessatti hirmaatteetta; akkasumas kanneen FDG qindeessan keessatti argamta kan jedhuun mootummaan wayyaanee fi ergamtootni isaa dharaan yakkuun barnoota isaatti akka hin deebine murtii ariisaa (dismisal) kan irratti murteessan oggaa ta’u, kunuu isaan gahuu didee, Adoolessa 14,2014 magaalaa Finfinnee naannoo Piyaassaatti guyyaa keessaa sa’aa 12:00 irratti humnootni tikaa sirnichaa ukkaamsanii fudhatuun bakka buutee isaa akka dhabamsiisan beekameera.
410697
Mallas Zeenaawii fi paartiin isaa EPRDF humna waraanaa qaamota alaatiin tumsameen kan aangoo qabatan waggaa 21 dura ture.
410698
Warroota kanniin ilaalchise Qur’aana keessatti, “Dhugumatti isaan amananii ergasii kafaran; ergasii amananii ergasii kafaran; ergasiis kufrii dabalatan, Rabbiin kan isaaniif araaramuu fi karaa kan isaan qajeelchu miti.
410699
Akka Injinar Kifleen jedhanitti, erga weerara koronaavaayirasiitiin addunyaan cufamtee lammiileen biyya keessaas ta'e lammiileen alaa hojii pirojektichaa harkaa qaban ba'anii galuun hafeera.