id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
410700
Sirni Gadaa Oromoo Arsii Sikkoo-Mandoo Odaa Roobbatti sirna baallii wal harkaa fuudhuu gaggeessaa jiru.
410701
Akkaatuma kanaan bofa kophaatti waamee ‘’…leenci yoo nuti waa arganne silaa nurraa fudhataa maal goonu?
410702
Naannolee lamaan keessatti komii ka’an ilaaluuf hawaasa naannoo mariisisuun akka barbaachise hime.
410703
Inni sadaffaan wal sukkummaa siyaasaa keessa Ummata gama dingdeen miidhamuu danda’utu jira.
410704
b) Gabaabaa, ifaa fi kan irra hin deddeebi’amne ta’uu qaba.
410705
Kanaaf maaloo utuu rakkiina keenya isa bara darbee walirratti lakkaa'uu dhiifnee isa itti adeemaa jirruuf jabaannee kaanee?
410706
Karchallee, Alem Beqqanyi keessatti ammoo nama hedduun walti dabalaman.
410707
Jaalalli dhugaan isa kam keessa jira jennee gaafanne isa durii keessa jira," jedhan Dr.
410708
Hogumman (creativity) adda addaa afaan kana guddisuuf mul’achaa jiru waan raajamuu qabu.
410709
Jaagamaa Keelloo mootummaa Hayilasillaaseen muudamee gara Baalee yoo deemu, ummata sossobee ofitti akka qabachuu yaalaa ture.
410710
Obonboleettiin awwaaraa hamaa Kaaba Hinditti ka'een yoo xiqqaate namoota 125 kan ajjeefaman yoo ta'u, ammas haalli qilleensa hamaa dhufuu akka danada'u aangoowwanni akeekkachiisaniiru.
410711
Haa ta'u malee dhimma kana ilaalchiise biyyoonni tokko tokko tarkaanfii fudhachuu dhiisuun murteen du'aa kana addabbi birootti kan geedaran jiru.
410712
1 Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa
410713
''Nuti raabsitoota keenyatti hin kennine, akka ajajamnetti hospitaalotatti kallattiidhaan kennine,'' pirezidantiin I/A Heetroo Saandiip Shaastirii dubbatu.
410714
Kana malees, ''dhaabbilee midiyaa motummaa fi dhuunfaa ''gocha badiinsaa'' irratti hirmaatan haala itti ofi sirreessan mijeessuuf tarkaanfii qindaa'aan akka fudhatamu eeramuunsaa dhimma wal nama gaafachise kan biraa ta'eera.
410715
Akka waan Habshootni Oromoo hin gabroonfatiniitti ibsu.
410716
''Mattiin koo qilleensaratti deessee jechuu yeroo dhaga'ani baayye na'an.
410717
Gargar faffacaanee humna dhabne malee galata isaatii rabbiin baayy’ina nutti hin qusane.
410718
Xalayaan Ministirri Muummee Itti-aanaa barreessan irratti poolisiin federaalaa, Odeeffannoon Biyyaalessaa fi Tajaajilli Tikaa, Abbaataayitaa Sivil Aviyeeshiniifi Daandiin Qilleensa Itoophiyaa to'annoo akka taasisan hubachisa.
410719
As deebi’anii gibira ummata keenyarratti fe’anii OMN ittiin ugguruudhaan ummatuma keenya akka odeeffannoo hin arganne godhu.
410720
Finfinnee irraa miseensa biroo maqaan isaa Geetinnat Angasuu Faajjii jedhamu waliin haala qindeeffannee borumtaa isaa gara Waraana B.
410721
Yeroo Aartist Usmaayyoon qabame sun yeroo hamtuu turte kan jettu Saartuun keessattuu aartistoota Oromoof yeroo hadhooftuu turte jetti.
410722
"Dhaabbata hin jirre miti…" Waldaan Aksiyoona Daldala Qindaawaa Finfinnee "heeyyama daldalaa kan qabu malee akka miidiyaa hawwaasummaa irratti haasa'amu dhaabbata hin jirre miti.
410723
✍ Jireenya keessatti madaallamaa ta’uun fiixe milkaa’inna irra akka ijjatan nama taasisa.
410724
Gara biraatin immoo imaanni (amantiin) isaa cimaa yoo ta’ee ifa sabrii qabsiisun fedhii ofii moo’ata.
410725
Taaksiiwwan sadarkaalee adda addaatti daldalaan yeroo bittaa raawwatu waa omishasaatiif ykn tajaajila argachuuf kaffalu dhumarratti fayyadamaa (ummata) irraa kan sassaabamee galmaa'aa taaksii qabeenya dabalataatiif deebi'a jedhu.
410726
Walaloon "Onnee midhameef qoricha'' Geerarsi maaliif qabbanaa'e?
410727
Yeroo diinni ayyaana Irreechaaf bifa amantummaa kennuu barbaadu, qindeessitoonni ayyaanichaa garuu sana sobsiisuuf hojjechuu qaban malee, akkuma hawwii diinaatti ayyaana kana mallattoo Waaqeffannaa godhanii lallabuun irraa hin eegamu.
410728
Qaroomaa fi jabeenna Oromoo kana akka jecha aabba Waaqotti nama cufatti jabeessee asiin gahe.
410729
Imimmaan Haadha Xuurii dhim’uu manaa Utubaa manaarra gadi konkolaatu kan fakkaatu ”kolol” jedhee maddiishee isa tumaansaa sararamee morma jalatti wal gahu kanarra tumaa kan birraa fakkeesse.
410730
Galtanii isaanumaan waliin Afaan Oromoo afaan biyyooleessaa haatahu jedhaatii lafee bubuutuu foon irra qoqorame eeggachuu wayya malee akka addatti of dhiheessuun kuniis waan hin fakkaanne.
410731
bilchinni akkasii bakka hin jirreetti akkamiin wal dhaggeeffachuun danda’ama ?
410732
Kana malees meediyaan Oromoo kan Oromoo qofaati haaswu tahuu hinqabu.
410733
Raayyaan ittisa biyyaa gidduu galee waan kana dhaabuu qaba, ammoo mootummaan naannolee lamaaniillee walitti dhufanii akka nagaan waliin bulan tolchuu qabus jedhaniiru.
410734
Ummati Oromoos kana hubachuun akkuma kanaan duraa tokkummaan QBO jabeeffataa bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa ABOn hogganamu akka finiinsu ABOn dhaamee jira.
410735
Garuu lakkooleen kunneen abbaa garaa garaa akka qabaataniif attamiin danda'amee?
410736
Kan hunda caala nama hawwatu dargaggeessa lafaa dhufaa rifeensa adii hin biqilchin irra caalaatti kan galma san miidhagse shamarran keenya kan hamileen jajjaboo ta’aniin faayamuun guyyichi daran akka miidhagu taasisan.
410737
Halkanii guyyaa osoo addunyaaf dhiphatu jireenya isaa fixa.
410738
13 Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 24ffaa Bishooftuu Garee Dubara 109 Days 14 Hours
410739
Keessattuu bu'uura Heera Mootummaa Keewwata 9 lakkoofsa 2 fi Keewwata 13 lakkoofsa 1tiin sirna heera mootummichaa kabajuufi kabachiisuun dirqamni irra jira jedhan.
410740
Hiriira kana irratti ummatni Oromoo biyya UK jiraatan- dhiira, dhalaa, dargaggoo, jaarsa fi jaartii utuu hin jedhiin naannoo adda addaa irraa hedduminaan argaman.
410741
Ilmi Abbaa Basaasun, Haati Intala Basaasun Aadaa Keenyaa Miti!
410742
Haa ta'u malee wayita HIV dhaaf qoratamaniitti vaayirasiin irratti hinargamne.
410743
Hoogganni dhaabbilee siyaasaa guddinaa fi sochii ummata Oromoo fi addunyaa wajjiin of ammayyeesaa fi of jabeessaa deemuun murteessaa dha.
410744
US keessatti bakka Pekonik Iskaargoot jedhamu Odola Loong Ayilaand, Niiwu Yoorkitti kan argamu yoo ta'u, hanga ammaatti Qajeelchi Qonnaa US (USDA) qonnaa kana fakkaatan lamaaf waraqaa ragaa kennuun akka soorata namaaf cilalluu horsiisan godheera.
410745
Mana Hidhaa Haarar Guddicha Keessatti Ibiddi Ka’uun Ibsamee Jira
410746
Wanti guddaan garuu yoo dhuguma Oromoof yaadna ta’e halagaatti wal akka hin kennine waadaa waliif ha seennu.
410747
Waggan Iffa faggenna iffi ganna tokko kessatti demmu dha.
410748
$66 $AA $AA $AA $EE $22 $00
410749
Himatamaa 3ffaan, Geetuu Girmaa, yakka kanaaf haala mijeessaa akka turee fi kanaan dura yakka biraatiin shakkamee waggaa lamaaf hidhamuun dhiifamaan gadhiifamee kan ture tahuun beekameera.
410750
‘’Siyaasaa fi nama siyaasaa tahuun garuu waan kanarraa fagoo dha.
410751
Yeroon kun yeroo FXG, Oromiyaa keessa belbela jiru waan ta’eef ABUT heddu rifatani turan.
410752
Finfinnee, Caamsaa 10, 2009 (FBC) HTC bilbila isaamaartii addunyaa bilbila ismaartii keessatti akaakuusaan kan jalqabaa ta’e harkaan cuunfamu dhiheesseera.
410753
Gaatii namaa basisaa—Seera Ba’uu 20:5 nkaus 34:14 mee qoradhuu.
410754
Fardeen kana kaanirraa maaltu adda taasisa?
410755
Biyyarraafi biyya alaarraa ummanni Oromoo tokkummaa gareewwan ABO Qaama Ceehumsaafi ABO- Gumii Sabaarraa waggaa 11 darbaniif obsa fixannaadhaan eega ture Sadaasa 21, 2012 labsiin dhuggoome.
410756
Abbaa taayitaa Komunikeeshinii Itoophiyaa Ministirri Muummee Abiy Ahimad erga dhaabni kun hundeeffame Obbo Baalchaa Reebaatin Daarektara Olaanaa Abbaataayitichaa gochuun muudaniiru.
410757
Kanaafuu, yeroo fiigichaa ”atileetonni Keeniyaa caalaatti oksijinii qabachuu waan danda’anif atileetota Itoophiyaa dursu,” jechuun taajjabbii isaa BBC’tti himeera.
410758
Kalaqni rakkoo ibsaa furuuf ani hojjechaa jiru keessaa ibsaa osoo shuboo (wadaroo) hin diriirsiin bakka barbaadan geessisuudha.
410759
Tokko fedha kaanii tuqe malee waliigalteen bu’aa hirmachuun barsiifata addunyaa miti.
410760
Humna koo qofaani moo Kan biraatu na kunuunse asiin na gahe?
410761
Biyyi keenya uummata gurraachaan bulaa jirti jechuun gammachuu isaa BBCtti hime.
410762
Kanatti dabalees haala hedduu qaanfachiisaa fi gaddisiisaa taheen yeroo ammaa kan addunyaa fi jaarmoleen hundi jijjiirama gara furmaata dhugaatti geessu abdiidhaan eegaa jiranii fi sanaafis fedhii agarsiisaa jiran keessatti, karaa Godina Gujii Waraana Bilisummaa Oromoo summiidhaan gaaga’uuf shirri fokkisaan xaxamaa akka jiru odeessi qabatamaan ummatni beeku mul’isaa jira.
410763
Aarii ofii too’achuu, du’aayi fi araarama walii gochuu– Akkuma bifti namoota gargaraa amalli isaanis akkasuma garagara.
410764
Bara 1991tti mootummaan Dargiin humnoota qabsoo bilisummaatiin injifatame.
410765
Previous OMN: Jijjiiramuu Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Ilaalchisee Dr.
410766
Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo ''Humni Ittisaa iddoo dahannoo ADWUI isa dhumaatii?
410767
Garuu edda jarreen amma Amaaratti galuun Ethiopiummaa leelluutti ka'an kun eegalanii qabsoonis ta'ee maqaan dhaaba kanaa laafatuma dhufe malee waan dabalan tokko ille hin jiruu ti of bara.
410768
Qaamaan wayyaba haa ta’u malee Oromoon malbulchaan empayerittii keessatt yaroo dha.
410769
" Eleeyin haati ishee dhukkuba Alzaayimarii ykn waa dagachuu akka qabduu fi jalqabarratti wanta uumame fudhachuun akka ishee rakkisee ture dubbatti.
410770
Yeroo baay'ee naannawaa magaalaatti daa'imman kan heddummaattan yoo ta'u, isaanis abbaafi haadhasaaniirra ba'anii daandiirratti wayita ba'an maallaqa kennuurra jireenya waaraa akka jiraatan taasisuuf deggarsa gochuufiin barbaachisaadha jedhu.
410771
Tatamsa'innii vaayirasichaa bakka namoonni itti walitti baayyatan, walitti siqanii jiran ykn haala gahaa ta'een qilleensa hin qabnee keessatti jiraachuu akka danda'u qondaalli dhaabbatichaa himan.
410772
Haa ta’u malee uummanni kutaa magaalaa kanaa rakkoon humna ibsaa irraa ciccituun wal qabatee deddeebi’uun iyyatanillee hanga ammaa furmaata dhabanii jiraachuu isaaniitu addeeffame.
410773
Gara fuulduraatti maallaqaanillee deggaruuf karoora akka qabu eeree, badhaasota yeroowwan garagaraatti 1fa ba’uun argate qusatee of jijjiiraa ijaarsicharratti hanga humnasaa tumsuuf qophii ta'uu hima.
410774
Tasgabbii fi nageenya jireenya keessa yommuu dhabduu balleessa fi badii hojjatte ilaali.
410775
Kun ammoo guddinaafi egeree biyya tokkoof balaa guddaadha.
410776
Guleen Adulaa Duraa Gumii Waaqeffattoota Addnyaa dhimma kanarratti dhaamsi darbe akka hubachiisutti,”warri Waaqeffannaa hordofnu, amantiin Waaqeffannaa saba keenya ummata Oromoo fi Saba Kuush hunda biratti maqaa qofaan osoo hin taane, dalagaan ykn mul’inaan akka jiraatuuf irratti hojjechuuf maqaa GWA jedhuun gurmoofne.
410777
Sochiilen haaromsa Islaamummaa hunduu dhuma irratti injifatamanii akka waan faayidaa hin qabneetitti gatamanii jiru.
410778
Home » Oduu » Ibsa ABO » Ibsa ABO: Baatii Eblaa Baatii Gootota Oromoo!
410779
#OromoProtests Hagayya (August) 10 bara 2016: Godina Baalee Aanaa Gaasaraa Magaala Danbal Misra.
410780
Motora lama keessa tokko dhaamnaan balalii itti fufuun hin dandayamu.
410781
Gamtaan Awurooppaa ummanni fi paarlaamaan Briteen walii galtee kana akka deeggaru gaafatuun alatti, walii galteen kun yoo fudhatama dhabe murtiin itti aanu maal akka tahu wanti ibse hin jiru.
410782
Sababni isaas nuti qorannaa irra jirra.
410783
Hanga’iinsi kuniis, ummata bira dabree, meeshaalee isiin ummata Oromiyaa tiin ugguruu fii bulchuuf tolfatte, OBN fii OPDO keessaan dhawwaaquu jalqabe.
410784
''Nama gajjallaa kanarra jiru gaadanii ajjeesuurra bu'aan argama jennee hin amannu, '' jechuun kan himan Obbo Misgaanuun qaamni kana raawwatu mootummaa waliin araara akka buusu dhaamu.
410785
civiel uummataa, loltuu kan hin tanee
410786
I bara 1995 hanga 2000’tti karchallee Amboo keessa ture.
410787
Mee gabaabsii waan kaleessa wol gahii irratti ta’e natti himi” jedheen.
410788
Apocynum (Fi), Fucus (Fi), Phytolacca (Fi).
410789
Akaakkayyuun koo karaa abbaa koo jiru waraanicha irratti hirmaataniiru.
410790
Kanaaf Chartarra Cehumsaa sagantichaa ol taha jedhamee eegamuuf seerri irratt hundawu hin jiru jechuu dha.
410791
Harra yeroo nuti firummaa fi seenaa cunqurfamu keenya itti himnu namni Sumalee dhaggeffachu hin barbaadu.
410792
Heennesseey kubbaa goolii ta'uu malan shan hambisuudhaan dirree warra Maanchester Yunaayitid irratti Piriimer Liigii bara kanaan osoo irratti hin lakkaa'amiin ba'uu danda'aniiru.
410793
Humnava #musically #instaclick #igs #instagram #videographer #muser #bollywood #acting #teamxmnv #instagood #instamood #instadaily #funtime #influencerispower #plixxobypopxo #indianmuser #indian #fame #likes #hairgosls #pink #eyes #songs #keepgoing #love @instagram @plixxo @popxofashion @insta_gramindia
410794
asuma seensa irraa dubbiiwwan lakkoofsoota kudha jahaa guutummaa guutuutti hin jiran jechuu koo dha
410795
Isheen duubarra waan teesseef hin dhagahiin haa haftu malee, warri fuuldura taa'an konkolaachisichi ariitii isaa akka hir'isu, darbees giddu gidduun wayita shillim jedhu itti iyyanii dammaqsaa akka turan boodarra dhagahuu ishee dubbatti.
410796
Ogeeyyiin Hospitaalichaas taatee Wiixataan duuba miira keessa galuun hojii adda kutuun sirrii akka hin taane hooggansa hospitaalaa fi kaan waliinis haala idiileen ala ta'een mariyachuu obbo Bariisoon himaniiru.
410797
Nama mana keessaniin ala ta'e waliin kan saalqunnamtii raawwatan yoo ta'e, lakkoofsa michuuwwan jaalalaa qabaattan hir'isuun barbaachisaadha jedha.
410798
OMN: Tumsa hundeeffama waggaa 3ffaa OMN-Cape Town South Africa Caalaa Bultume
410799
Kanaaniis kumaatamaan kan lakka’aman dargaggoota naannoo keenya gara hojii galchuu dandeenyee jirra.